Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoji raawwachiistoonni dhaabbilee miidiyaa godina Gondar Kibbaa garee ABUT’tiin miidhaan irra gahe…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014(FBC)- Hoji raawwachiistoonni dhaabbilee miidiyaa Ityoophiyaa godina Gondar Kibbaa garee ABUT’tiin miidhaan irra gahee daawwataniiru.
Hojii raawwachiiftoonni…
Obbolaawwan Amboorraa mata duree ‘hanga lubbuun keenyaa jirtuutti biyya keenya hin xuqsiisnuu’…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014(FBC)- Obbolaawwan magaalaa Amboorraa mata duree ‘hanga lubbuun keenyaa jirtuutti biyya keenya hin xuqsiisnuu’ jedhuun raayyaa ittisa biyyaatti makamaniiru.…
Giddugala Leenjii Loltummaa Bulbulaatti loltoonni leenjii bu’uuraa fudhataan eebbifamaa jiru
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Giddugala Leenjii Loltummaa Bulbulaatti loltoonni leenjii bu'uuraa fudhataan eebbifamaa jiru.
Leenjifamtoonni kunneen waamicha biyyaalessaa fudhachuun…
Aadde Mufaariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaadar Ameerikaa waliin marii’atan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014(FBC)- Ministirri Ministeeraa Nageenyaa Aadde Mufaariyaat Kaamiil Ityoophiyaatti Ambaasaadar Ameerikaa Geeta Paasii fi Ityoophiyaatti Daayreektara dhaabbata…
Naannoleen Somaalee bara baajataa kanatti carraa hojii uumuuf Birrii miiliyoona 235 ramaduu ibse
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Naannoleen Somaalee bara baajataa 2014 carraa hojii uumuuf Birrii miiliyoona dhibba 2 fi miiliyoona 35 ramaduu Itti aanaan Preezdaantiin naannichaa obbo…
Hojiin qaama Jenereetara Hidha haaromsaa sochoosu teessisuu milkiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Hojiin qaama Jenereetara Hidha haaromsaa sochoosu teessisuu milkiin xumuramuu ibsameera.
Yuunitoota hidha haaromsaa yeroo dhiyootti anniisaa…
Obbo Dammaqaan Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa Rippaabilika…
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira Ministeera Dhimma…
Preezdaant Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Intarpiis waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilewarq Zawdeen Preezdaantii Intarpiis Iskoot Weebar waliin Ityoophiyaatti Proojektiiwwan ijaarsa nageenyaa waaraa fiduuf…
Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Rootarii Intarnaashinaal waliin mari’atan
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Rootarii Intarnaashinaal Shakhaarii Meettaa waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota…
Naannoo Oromiyaatti Duulli “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhu ifatti eegalame
Finfinnee, Fulbaana 5, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatt Duulli Sagalee dhageessisuu "Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ jedhu ifatti eegalameera.
Kaayyoon duulichaa haqni…