Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Adda waraanaa Wallootti hidhattoonni garee ABUTbarbadeeffamuu fi harka laachaa jiru-Ajajoota adda…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Adda waraanaa Wallootti hidhattoonni garee ABUT barbadeeffamaa jiraachuu fi harka laachaa jiraachuu Ajajoonni Adda Waaranichaa himaniiru.
Adda…
Qorannoo fi qo’annoo bu’aa qabeessa ta’e gaggeessuuf hojiin qindoominaa murteessaadha jedhame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Ministirr deettaan Ministeera Saayinsii fi Dhaabbilee Barnoota olaanoo Proofeeseer Afwarq Kaasuu qorannoo fi qo’annoo bu’aa qabeessa ta’e gaggeessuuf…
Hoggantoonni olaanoo Mana Amantaa Ortodooksii Tawaayidoo Ityoophiyaa miseensoota Koongirasii…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Hoggantoonni olaanoo Mana Amantaa Ortodooksii Tawaayidoo Ityoophiyaa Ameerikaa fi Kaanadaa jiraataan miseensoota Koongirasii Ameerikaa Waashiingitan…
Hojjettoonni FM Faanaa 94.0 duula Birmadummaa biyyaaf deeggarsa taasisan
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Hojjettoonni FM Faanaa 94.0 Dabrataabor loltootaa fi humna addaa naannoo Amaaraaf duula Birmadummaa biyyaarratti hirmaataniif dhiiga arjoomaniiru.…
Daandiin Moojoo – Baatuu Fulbaana 10, 2014 irra eegalee tajaajilaa laachuu ni eegala jedhame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Daandiin kaffaltii Moojoo – Baatuu Fulbaana 10, 2014 irra eegalee tajaajilaa laachuu ni eegala jedhameera.
Ministirr deettaan Ministeera Geejjibaa FDRI…
Magaalaa Finfinneetti waqtii gannaa baranaatin lafti heektaarri kumni 5 ol sanyiin uwwifamuu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti waqtii gannaa baranaatin lafti qonnaa heektaarri kuma 5 ol guutummaan guutuutti sanyiin uwwifamuu ibsameera.
Magaalaa Finfinneetti…
Paartiileen siyaasa morkattoota sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ makaman
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Paartiileen siyaasaa morkattootaa garagaraa sochii “Poostaa Adii gara Masaraa Adiitti’’ makamuun mallattasoosanii ka’aaniiru.
Dhugaa Ityoophiyaa…
Damee Teeknoolijiitiin jijjiirama biyyoolessaa fiduuf deeggarsii fi qindoominni murteessaadha…
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Damee Teeknoolijiitiin jijjiirama biyyoolessaa fiduuf deeggarsii fi qindoominni murteessaadha jedhameera.
Gamoo dhaabbata itti waamamaa Ministeera…
Turkiin qajeeltoo “ Rakkoo Afriikaaf Furmaanni Afrikaanoota” jedhu kan deeggartu ta’uu ibsame
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Turkiin qajeeltoo Ityoophiyaa “ Rakkoo Afriikaaf Furmaanni Afrikaanoota” jedha kan deeggartu ta’uu ibsameera.
Baahireenitti Ambaasaaddarri Qonsilaa…
Waliigalteen Awutoobisoota deeggarsa laatanii Ji’oota sadiif dheerate
Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)-Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee waliigalteen Awutoobisoota deeggarsa laatanii Ji’oota sadiif akka dheeratuuf murtee dabarseera.
Waliigalteen…