Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bu’uura kallattii kaa’ameen dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti raawwii gaariin galmaa’eera-…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018(FMC)- Bu’uura kallattii kaa’ameen dhimmoota akka biyyaatti xiyyeeffannoo barbaadan irratti raawwii gaariin galmaa’eera jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Pirezidaantiin Rippaabilika Giddugaleessa Afrikaa Faawustiin Tuuwaadeeraan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) –Pirezidaantiin Rippaabilika Giddugaleessa Afrikaa Faawustiin Tuuwaadeeraan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Ministirri Muummee Aljeeriyaa Siifii Gaariib Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Aljeeriyaa Siifii Gaariib Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee…
Pirezidaantiin Gaaboon Biriisee Ooliiguwii Niguweemaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Gaaboon Biriisee Ooliiguwii Niguweemaan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pirezidaantiin Zimbaabwee Eemarsan Minaangaagiwaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pirezidaantiin Zimbaabwee Eemarsan Minaangaagiwaan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pirezidaanti…
Pirezidaantii Itti aanaan Kootidiivuwaar Ti’eemookoo Meeyli’eet Kooneen Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pirezidaantii Itti aanaan Kootidiivuwaar Ti’eemookoo Meeyli’eet Kooneen Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Pireezidaantiin Angoolaa fi dura taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Angoolaa fi dura taa’aan yeroo Gamtaa Afrikaa Jawoo Maanu’eel Goonkaalvees Looreensoon Finfinnee galaniiru.
Jawoo Maanu’eel…
Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Burundii Ivaaristee Niidaayshimiyee Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.…
Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Taanzaaniyaa Saamiyaa Suuluhuu Hasan Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaarratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Pireezidaanti…
Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa xumurame
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Walga’iin idilee 48ffaa Hoji Raawwachiistootaa Gamtaa Afrikaa guyyoota lamaaf gaggeeffamaa ture xumurameera.
Walga’ichi “Dhiyeessii bishaanii itti…