Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisaa biyyaaf gootummaan dhaabbachuu cinatti, hojiiwwan misoomaarrattis gumaacha olaanaa…
Finfinnee, Adooleessa 20, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisaa Biyyaa kabajaa fi birmadummaa Itiyoophiyaa eeguuf gootummaan dhaabbachuu bira darbee, hojiiwwan misoomaa fi tola ooltummaa irratti…
Tumsi loltummaa Itiyoophiyaafi Ameerikaa gara sadarkaa tarsiimawaatti ce’eera- Injinar Ayishaa…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC)- Tumsi dippiloomaasiifi loltummaa Itiyoophiyaafi Ameerikaa gara sadarkaa tarsiimawaatti ce’eera jedhan Ministirri Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa…
Asoosama Ijiptii fi Haqa Itiyoophiyaa…
Dhiibbaan Dippiloomaasii Ijipti hidhaa guddichaa haaromsaa Itiyoophiyaarra darbaa jira.
Yeroo Itiyoophiyaan karra galaanaa argachuuf tattaaffii taasisaa jirtu kanatti Ijipti waldhabdee…
Hojii bakkeewwan balfi itti gatamaa ture gara bakka bashannanaatti jijjiire
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018(FMC) - Hojiin Ashaaraa magariisaan hojjetamaa jiru seenaa biyyaattii jijjiiruun waltajjiiwwan addunyaa irratti maqaa gaarii kennisiiseeraaf.
Bara 2011 kan…
Piroojektiin Maaster Pilaanii raabsa humnaa Doolaara biiliyoona 30.65’n hojiirra oolu ifoome
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa Piroojektii Maaster Pilaanii sirna raabsa humnaa qorachiise ifoomse.
Fedhii dhiyeessii anniisaa guddachaa dhufeef…
Hirkattummaa roobaarraa gara waggaatti yeroo lama sadii oomishuu…
Itiyoophiyaan biyya kuufama qabeenya bishaanii fi lafa qonnaaf ta’u guddaa qabdu taatus dameen qonnaa ishee waggoottaniif rooba irratti kan hirkatee fi rakkoolee hongeefi wabii midhaan…
Manni Maree Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee gaggeessaa jira
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Yaa’ii Idilee10ffaa bara hojii 5ffaa marsaa 6ffaa gaggeessaa jira.
Yaa’iin guyyoota lamaaf gaggeeffamu…
Siimpooziyeemiin Loojistiksii fi Kominikeeshinii Afrikaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 20, 2018 (FMC) - Simpooziyeemiin Loojistiksii fi Kominikeeshinii Addaa Afrikaa 2026 qopheessummaa Itiyoophiyaa fi Ameerikaan Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.…
Ministirri Alaa Birundii Dooktar Ambaasaaddar Eedwaardi Biizimaanaan Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Ministirri Alaa Birundii Dooktar Ambaasaaddar Eedwaardi Biizimaanaan Yaa’ii Mana Maree Hojii Raawwachiiftuu Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Finfinnee…
Itiyoophiyaan siimpoziyeemii Loojistiksii fi Kominikeeshinii addaa keessummeessufi
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Itiyoophiyaan Simpooziyeemii Loojistiksii fi Kominikeeshinii Afrikaa bifaan adda ta’e kan bara 2026 Finfinneetti keessummeessufi.
Siimpoziyeemiin kun…