Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Preezdaantoonni naannolee Oromiyaa, Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz marii gaggeessan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Preezdaantoonni naannolee Oromiyaa, Gambeellaa fi Beenishaanguul Gumuuz har’a waajjira preezdaantii Mootummaa naannoo Oromiyaatti mari’achuu Sadarkaa Itti…
Dhaabbatichi Birrii biiliyoona 2 mancaatirraa baraaruu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa to’annoo Hojii Ijaarsaa Ityoophiyaa bara baajataa 2013 adeemsa ijaarsaa keessatti Birrii biiliyona 2 mancaatirraa baraaruu…
Ministeerichi lammiilee miiliyoona 9.2f tajaajila Bishaan dhugaatii fi saaniiteeshii dhiyeessuu…
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) – Ministeerri Bishaan, Jallisii fi Inarjii lammiilee miiliyoona 9.2f tajaajila Bishaan dhugaatii fi saaniiteeshii dhiyeessuu beeksiiseera.…
Ogeeyyii aartii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaaniif sagantaan gaggeessaa raawwatamaa jira
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Ogeeyyii aartii raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa taasisaaniif sagantaan gaggeessaa Mana Qopheessaa Magaalaa Finfinneetin raawwatamaa jira.
Sagantaa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa naannoo Affaariif deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Bulchiinsi Mootummaan Naannoo Oromiyaa gareen shororkeessaa ABUT waraanaa uummattoota naannoo Affaar irratti baneen qe’eesaaniirra buqqaaniif deeggarsa…
Shakkamtoonni 9 konkolaattootta Siinoo Tiraakii 3 hatan to’annaa jala oolan
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Shakkamtoonni 9 konkolaattootta Siinoo Tiraakii 3 hatan to’annaa jala ooluu Poolisii Magaalaa Finfinnee ibseera.
Yakkichi kan raawwatamee kutaa magaalaa…
Mana jireenya keessaatti kan kuufamee uffataaleen garagaraa eeruu uummataan to’annaa jala oole
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Mana jireenya keessaatti kan kuufamee uffataalee Boondaa garagaraa eeruu uummataan to’annaa jala ooluu poolisiin beeksiseera.
Biiroon Qorannoo…
‘Nan danda’a’ ilaalchi jedhu ilaalcha moo’attootaati – Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - ‘ Nan danda’a’ ilaalchi jedhu ilaalcha moo’attootaati jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiya Ahimad.
Shamarreen umrii waggaa 21…
Magaaloota Boqojjii fi Dabra Taabooriitti buufanni raabsaa humna elektirikaa haaraan ijaarramuufi
Finfinnee, Hagayya 7, 2013 (FBC)- Naannoo Oromiyaa magaalaa Boqojjii fi naannoo Amaaraa magaalaa Dabra Taabooriitti buufanni raabsaa humna elektirikaa akka ijaarramuu Humni Elektirikaa…
Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa keessatti balaa…
Finfinnee, Hagayya 7,2013 (FBC) - Daandiin ba’umsa Salaaleen gara Goojjam geessu Gammoojji sulula laga Abbaayyaa iddoo addaa Filiqliq jedhamutti balaa sigiga dhagaa muudateen…