Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hojiileen tajaajila lammummaa misooma waloorratti xiyyeeffatu
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC) - Hojiileen Tajaajila lammummaa naannoo Oromiyaatti raawwatamaaa jiran misooma waloorratti kan xiyyeefataniidha jedhe Biiroon maallaqaa Oromiyaa.…
Manni Marichaa walga’ii idilee har’a gaggeesseen dhimmoota lama irratti murtoo dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC )- Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee har’a gaggeeseeen dhimmoota lama irratti mari’achun murtoo dabarseera.
Manni Marichaa qabeenya…
Hidhi Haaromsaa Guddichi kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane qabeenya biyyoota naannawichaati-…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddicha Itiyoophiyaa kan Itiyoophiyaa qofa osoo hin taane qabeenya biyyoota naannawichaati jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Godaambaan Masaraa Biyyaalessaa uummataaf baname
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Haaromsarra kan ture godaambaan Masaraa Biyyaalessaa guyyaa har'aa irraa eegalee uummataaf banameera.
Masaraan mootummaa kun konkolaattota duriifi…
Galii hafe duguuganii sassaabuuf qindoominaan hojjechuun barbaachisaadha- Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2017 (FMC)- Bara baajataa 2017’tti galii osoo hin sassaabamiin hafe karaa haqa qabeessaa ta’een sassaabuuf qaamoleen qooda fudhattootaa qindoominaan hojjechuu akka…
Ogeeyyiin aartii yeroo rakkootti bu’aa biyyaalessaa dursuu qabu- Minstira Muummee Dooktar Abiy…
Finfinnee, Waxabajii 9፣ 2017 (FMC) – Yeroo rakkootti bu’aa dhuunfaa caalaa ogeeyyiin aartii bu’aa biyyaalessaaf hirmaatan maqaan isaanii ashaaraa warqeen barreeffamee jiraata jedhan…
Wiirtuulee ogaartii ammayyeessuu fi babal’isuun cimee titti fufa – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) - Mootummaan damee ogaartiif xiyyeeffannaa addaa kennuun hojii wiirtuulee ogaartii ammayyeessuu fi baballisuu cimsee itti fufa jedhan Ministirri Muummee…
Aartiin bu’uura qaroominaati – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) – Guddinnii fi Qaroominni aartiin ala hin yaadamu jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka…
Pirojeektonni magaalota Baahir Daar fi Gondaritti ijaaraman dhaloonni ittigaafatama isaa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) - Hojiilee misoomaa Goondarii fi Baahir Daarittii hojjetamaa jiran dhaloonni ammaa itti gaafatama isaa ba’achaa jiraachuu agarsiisa jedhan Pireezidaantiin…
Kaabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee ajandaawwan lama irratti murtii dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2017 (FMC) Kaabineen bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii 12ffaa waggaa 4ffaa ta'een ajandaawwan murteessoo lama irratti mari’atee murtoon dabarseera.
Haaluma…