Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Naannoo Oromiyaatti Hojiileen misooma Aadaarratti hojjetaman muxxannoo kan ta’aniidha –…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti Hojiileen misooma Aadaarratti hojjetaman muxxannoon kan irraa fudhatamuudha jedhan Ministirri Ministeera Aadaa fi Ispoortii Aadde…
Oromiyaatti Qormaanni kutaa 8ffaa borurraa eegale kennama
Finfinnee,Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Oromiyaatti qormaanni sadarkaa Naannoo Kutaa 8ffaa boru eegalee kennama jedhe Biiroon Barnootaa Oromiyaa.
Qormaanni sadarkaa Naannoo Kutaa 8ffaa…
FMC’n meeeshaalee muuziqaa deeggarsa taasise
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Waajjira Aadaa, Aartii fi Tuurizimii Kutaa Magaalaa Gullalleef deeggarsa meeshaalee muuziqaa garaagaraa taasise.…
Odeeffannoo Waqtaawaa Poolisii Itiyoophiyaarraa kenname
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Taphni xumuraa Waancaa Itiyoophiyaa guyyaa kaleessaa Buna Sidaamaa fi Walaayittaa Diichaa gidduutti Istaadiyeemii Magaalaa Finfinneetti taphatamuun ni…
Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasa daldalaa waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad bakka bu’oota hawaasa daldalaa guutuu Itiyoophiyaarraa walitti babba’an waliin mari’ataniiru.
Mariiin kun…
Oromiyaatti Qonnaan Bultoonni, Waldaaleen IMX fi Hojii Gamtaa kumni 16 fi 600 ol invastimantiitti…
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti waggoottan jahan darban qonnaan bultoonni adda dureen, Waldaaleen IMX fi Hojii Gamtaa kumni16 fi 640 ol murtoo boordii invastimantii…
Baajanni Galii waloo naannoleef qoodamu jijjiirama qabatamaan fide
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Baajanni haqa qabeessi Galii waloon naannoleef dabarfamu jijjiirama qabatamaa fide jedhan Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar.…
Qormaanni bahiinsa barattoota yuuniivarsiitiif kennamuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) – Qormaanni bahiinsa yuuniivarsiitii eebbaan duraa bara 2017 kennamuu eegaluu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Qormaatichi guyyaa har’aa irraa eegalee…
Sooftiweeriin filattoonniifi kaadhimamtoonni onlaayiniin ittiin galmaa’an qophaa’e
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017(FMC) – Boordiin Filannoo biyyaalessaa sooftiweerii filattoonniifi kaadhimamtoonni filannoo biyyaalessaa marsaa 7ffaa karaa onlaayinii ittiin galmaa’uu danda’an…
Godina Arsiitti, oomisha qonna gannaa bara 2017/2018f lafti hektaarri kumni 900 ol qotamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 2, 2017 (FMC) - Godina Arsiitti, oomisha qonna gannaa bara 2017/2018’f lafti hektaarri kumni 900 fi kumni 38 qotamaa jira jedhe Waajjirri Qonnaa Godinichaa.
Godina…