Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Badhaadhina gama maraa Itiyoophiyaa mirkaneessuuf kutannoo cimaan hojjechuun barbaachisaadha- Obbo…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasiifi Pireezidaantii Itti aanaan Paartii Badhaadhinaa obbo…
Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii Salphisuuf ejjennoo qaba- Obbo…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017 (FMC) – Mootummaan dhiibbaa jireenyaa lammiilee miindeeffamtoota dhaabbii salphisuuf ejjennoo qabachuun hojjechaa jira jedhan Ministitrri Ministeera Maallaqaa…
Mootummaan baatii Fulbaanaarraa eegalee hojjettootaaf fooyya’iinsa daballii miindaa taasisuuf…
Finfinnee, Hagayya 12, 2017(FMC)- Mootummaan Fulbaana 2018 irraa eegalee hojjettoota mootummaaf fooyya’iinsa daballii miindaa taasisuuf murteesseera.
Koomishiniin Siiviil Sarvisii…
Piroojektii Finnaa Dibbee Adaamaa Godina Boorana Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Libanitti hojjetamaa…
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Piroojektiin Finnaa Dibbee Adaamaa Godina Boorana Bahaa Aanaa Horsiisee Bulaa Libanitti Birrii miiliyoona 200 fi miiliyoona 49 oliin hojjetamaa jira.…
Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe.
Dhagaan jiguun mana…
Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Naannoo Amaaraa Godina Kibba Walloo Aanaa Tantaatti sigiga lafaa mudateen maatii tokko keessaa lubbuun namoota 4 darbe.
Dhagaan jiguun mana…
Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuu isaatti gadduu obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii gameessi Dabbabaa Isheetuun du'aan boqochuu isaatti gadduu Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan.
Seenaa aartii…
Artiist Dabbabaa Isheetuun boqochuu hordofee Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun du'aan boqochuu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad gaddi itti dhagahamuu ibsan.
Seenaa aartii Itiyoophiyaa…
Artiist Dabbabaa Isheetuun boqote
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Artiistii buleessi Dabbabaa Isheetuun dadhabbii Addunyaa kanarraa du'aan boqote.
Artiist Dabbabaan dhibee isa mudateen yaalamaa tureen har'a addunyaa…
Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman…
Finfinnee, Hagayya 11, 2017(FMC) - Magaalaa Finfinneetti Shakkamtoonni baala sammuu namaa adoochu Kaanaabiis jedhamu Kiiloo Giraama 100 mana jireenyaa keessa dhoksanii argaman to'ataman…