Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan ayyaanni mul’istuu tokkummaa akka ta’uuf eegumsa ni taasisa
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) - Ayyaanni mul’istuu danoomaa fi waloomaa akka ta’uuf mootummaan kunuunsa fi eegumsa ni taasisa jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa.
Tajaajilichi…
Pirezidaantiin Islooveeniyaa daawwii isaanii Itiyoophiyaa xumuran
Finfinnee Caamsaa 29, 2017 (FMC) – Pirezidaantiin Rippabiliika Islooveeniyaa Naataashaa Piriik Musaar daawwannaa isaanii hojii Itiyoophiyaa xumuruun biyya isaanitti deebi’an.…
Ayyaanni Id Al Adhaa1446ffaan magaalota garagaraattii kabajame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017( FMC) - Ayyaanni Arafaa/ Iid Al Adhaa 1446ffaan magaalota Hawaasaa, Shaashamanneetti fi Daseetti kabajameera.
Ayyana magaalaa Hawaasaatti kabajame irratti…
Ayyaanni Arafaa waggaa 1446ffaan magaalota Hararii fi Maayaatti kabajame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Ayyaanni Arafaa ykn Iid Al Adhaa waggaa 1446ffaan sirnoota garagaraan magaalota Harari fi Maayaattii kabajameera.
Hordoftoonni amantichaa magaalaa fi…
Ayyaanni Arafaa magaalota Aggaaroo fi Samaraatti kabajamee jira
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017(FMC) - Ayyaanni Iid Al Adhaa ykn Arafaa 1446ffaan sirnoota amantaa garaagraan magaalaa Aggaarootti kabajamaa jira.
Hordoftoonni amntichaa bariidhaan ayyanicha…
Bu’a qabeessummaan fooyya’iinsa dinagdee Gooroo biyyoota alaa dabalatee ragaa…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad fooyya'iinsi dinagdee Gooroo Itoophiyaan beekumsaa fi ogummaa hojiirra oolchite bu'a qabeessa ta'uu isaa biyyoota…
Daballiin gatii Itiyoophiyaa keessatti yeroo 20 oliif walittifufiinsaan guddataa dhufeera –…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaa keessatti daballiin gatigatiui walittifufiinsaan yeroo 20 oliif guddachaa dhufeera jedhan.…
Misooma naannawichaa guddisuuf walta’iinsaan hojjechuun barbaachiisadha- Obbo Ahimad Shidee
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Piroojektiin misoomaa Baha Afrikaa Itiyoophiyaa fi Keeniyaa bu’uuraalee misoomaan wal qunnamsisu ifoomeera.
Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Mootummaan Islooveeniyaa damee qonnaan deeggarsa Itiyoophiyaaf taasisu cimsee itti fufa-…
Finfinnee, Caamsaa 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Islooveeniyaa Naataash Piirik Musaar Magaalaa Finfinneetti bakka horsiisa kannisaa ammayyaa eebbisuun bananiiru.
Itiyoophiyaa galmoota…