Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Aadaan marii akka jabaatuuf namoonni siyaasaa muuxannoo isaanii barreessanii dhalootaaf kaa’uu qabu…
Finfinne, Hagayya 4, 2017 (FMC) - Aadaan marii akka jabaatuuf namoonni siyaasaa muuxannoo isaanii barreessanii dhalootaaf kaa’uu qabu jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataatti Ministirri…
Sirni waraqaa eenyummaa diijitaalaa hirmaannaa dubartootaa guddisuuf gahee olaanaa qaba
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Sagantaan Waraqaa Eenyummaa Biyyaalessaa, sirni waraqaa eenyummaa diijitaalaa hirmaannaa hawaasummaafi diinagdee dubartootaa guddisuuf gahee olaanaa qaba…
Tajaajilli Tola Ooltummaa walooma cimsa- Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)-Ministirri Ministeera Geejjibaafi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen hojiin tajaajila tola ooltummaa walooma cimsa jedhan.
Ministeerri Geejjibaafi…
Hirmaannaa dubartootaa malee jijjiiramni hunda galeessi hin argamu- Obbo Adam Faaraah
Finfinnee, Hagayya 4, 2017(FMC)- Dubartoonni diinagdee, hawaasummaafi siyaasaa keessatti hirmaachuu yoo baatan jijjiiramni hunda galeessi hin argamu jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Oromiyaatti teeknooloojiiwwan qonnaa hojiirra oolchuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira- BQO
Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa naannichatti teeknooloojiiwwan qonnaa hojiirra oolchuun oomishtummaa guddisuuf hojjetamaa jira jedhe.
Hogganaa Itti aanaan…
Waltajjiin hoggansa dubartootaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Waltajjiin bu’aa jijjiiramaa kan ta’e hoggansa dubartootaa Godaambaa Saayinsiitti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi qopheessummaa Ministeera Dhimma…
Ummanni Oromoo ijaarsa Hidha Guddichaa Haaromsaaf gumaacha olaanaa taasise – Abbootii Gadaa…
Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Ummanni Oromoo ijaarsa Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaaf gumaacha olaanaa taasiseera jedhan Abbootiin Gadaa Oromoo.
Ijaarsi isaa xumuramuun eebbaaf…
Qaamolee misooma qarqara lageenii magaalichaa keessatti gahee isaanii bahataniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Hagayya 4, 2017 (FMC)- Qaamolee misooma qarqara lageenii Magaalaa Finfinnee keessatti gahee olaanaa bahataniif sagantaan beekamtii kennuu gaggeeffameera.
Beekamtiin kun…
Hanqinaalee kenniinsa tajaajilaarratti mul’atan sirreessuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) – Hanqinaalee kenniinsa tajaajila mootummaarratti akka biyyaatti mul’atan furuuf har’a waltajjiin marii gaggeeffameera.
Miseensota Mana Maree Paartii…
Damee Geejjibaan tajaajila fedhii ummataa bu’uura godhate kennuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 3, 2017 (FMC) –Damee Geejjibaan tajaajila fedhii ummataa bu'uura godhate kennuuf hojjetamaa jira jedhe Ministeerri Geejjibaa fi Loojistiksii.
Ministir Deetaan…