Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhiibbaa hunda cichoominaan ce’uun biyya jabduu ijaaraa jirra – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Seenessa waloo hunda hammatuu fi hojiilee faayidaa biyyaalessaa mirkaneessan hojjechuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Ergaa Ministira Muummee Itti Aanaa obbo Tamasgeen Xirunaa
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC) – Goondar deebitee ka'aa jirti jedhan Ministirri Muummee Itti Aanaan FDRI obbo Tamasgeen Xirunaan.
Obbo Tamasgeen Xirunaan turtii Goondaritti taasisaniin…
Wayita Ayyaana Id Al Adahaa Kabajnu barsiifata amantichaa hordofuu fi hojirra oolchuun ta’uu qaba –…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC)– Pireezidaantiin Mana Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa Itiyoophiyaa Sheeh Hajii Ibraahiim Tufaan ayyaana Id Al Adahaa 1446ffaa sababeeffachuun…
Pirojektiin Bishaan Dhugaatii Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 51’n ijaarame eebbifame
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017(FMC) – Naannoo Somaalee Magaalaa Dagahaaburitti Pirojektiin Bishaan Dhugaatii qulqulluu Birrii miiliyoona 900 fi miiliyoona 51’n ijaarame eebbifame.…
Qabeenya Mootummaa fi Ummataa kaayyoo qabameef oolchuuf hojjechuun barbaachiisadha –Aadde Loomii…
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC)– Qabeenyi Mootummaa fi Ummataa hojmaata badaarraa eegamee kaayyoo qabameef akka oolu hojjechuun barbaachiisadha jedhan Itti Aantuun Afyaa’ii Mana Maree…
Deeggarsi Seeftineetii Baaddiyaa waggoottaniif hojirra oole bu’aa argamsiise- Aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC)– Deeggarsi Seeftineetii baaddiyaa waggoottaniif Itiyoophiyaatti hojirra oole bu’aa argamsiiseera jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee…
Inisheetiivii Avokaadoo irratti bu’aa fooyya’aan mul’achaa jira
Finfinnee, Caamsaa 27, 2017 (FMC)–Inisheetiiviin Avokaadoo jalqabiirra ta’uus bu’aa fooyya’aa galmeessaa jira jedhe Ministeerri Qonnaa.
Ministeerichatti Dursaan Hojii Raawwachiisaa…
Miidhaa moo faayidaa isheetu caala?
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Qublamee, kinchirree, Kiniinii Garaa, Qashaa /Aarqeen Aadaa miidhaa moo faayidaa isheetu caala?
Araqeen Aadaa miidhaan hawwasummaa, diinagdee fi fayyaa…
Uummanni qaamolee odeeffannoo sobaan jeequmsa uumuuf yaalaniin shororkaa’uu hin qabu- Mahaammad…
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Uummanni odeeffannoo sobaa qaamoleen nageenya Itiyoophiyaa hin barbaanne tamsaasaniin shororkaa’uu akka hin qabne Ministirri Ministeera Nagaa Mahaammad…
Poolisiin hawaasni tumsa milkaa’ina hojii tasgabbiif taasisu cimsee akka itti fufu gaafate
Finfinnee, Caamsaa 26, 2017(FMC) – Poolisiin Magaalaa Finfinnee hawaasni tumsa milkaa’ina hojii tasgabbiif taasisu cimsee akka itti fufu gaafate.
Poolisiin magaalichaa yakkoota…