Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jiruuf Jireenya Qonnaan bultootaafi Horsiisee bultootaa fooyyessuuf kutannoon mootummaa bu’aa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Godinaalee 10 aanaalee 23'f Paampiin bishaanii kumni 1 fi 945 Qonnaan Bultootaa fi Horsiisee bultootaaf dabarfameera.
Godinaaleen Oromiyaa sagantaa…
Hojiileen bu’aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman – Kaantiibaa…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018 (FMC) – Kurmaana 1ffaa bara 2018 keessa hojiileen bu'aa qabeessi fayyadamummaa ummataa mirkaneessan hojjetaman jedhan Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech…
Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha – Obbo Geetuu…
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Biqiltuu sagantaa Ashaaraa magariisaan dhaabaman kunuunsuun barbaachisaadha jedhan Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun.…
Gaaffiin karra galaanaa dhimma seenaan araaramuuti – hayyoota
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Gaaffiin karra galaanaa Qananiif osoo hin taane, dhimma seenaan araaramuuti jedhan Hayyoonni.
Karra galaanaa tasa dhabne yeroo ammaa xiyyeeffannoo…
Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) –Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee gamaaggama raawwii hojii kurmaana 1ffaa bara 2018 gaggeessuu eegaleera.
Waltajjichaan raawwii guyyoota 90 qorachuun…
Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Naannoo Gaambeellaatti Irreechi Malkaa Baaroo kabajamaa jira.
Irreechi Malkaa Baaroo kun akkaataa duudhaa fi Safuu isaan eegeen magaalaa…
Paarkiin gaarreen Baalee madda Tuuruzimii cimaa ta’ee itti fufeera – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Onkololeessa 8, 2018(FMC) – Daawwannaa guyyaa jalqabaa Godina Baalee simboo qabeenya uumamaa harka namaan faayame nu agarsiiseera jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy…
Obbo Ahimad Shiideen anga’oota Koorporeeshinii Faayinaansii misooma idil Addunyaa Ameerikaa waliin…
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Anga’oota olaanoo Koorporeeshinii Faayinaansii Misooma Idil Addunyaa Ameerikaa waliin…
Ispoortiin Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti qooda olaanaa qaba- Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Onkoloolessa 7, 2018(FMC)-Pirezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin Ispoortiin Itiyoophiyaa addunyaatti beeksisuu keessatti qooda olaanaa qaba…
Pireezidaanti Taayyeen sirna gaggeessaa Reeffa Raayilaa Odiingaarratti argaman
Finfinnee, Onkololeessa 7, 2018(FMC) – Sirni gaggeessaa Reeffa gameessa siyaasaa fi Ministira Muummee duraanii Keeniyaa Raayilaa Odiingaa Istaadiyeemii Biyyaalessa Naayiroobiitti…