Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ibsa Abbaa Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaarraa kenname
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) –Abbaan Taayitaa Miidiyaalee Itiyoophiyaa mirkaneessa ga’umsa ogummaa kennuu fi galmeessa Gaazexeessitootaa gaggeessuuf sochii jiru ilaalchisee ibsa…
Ogeeyyiin Kominikeeshinii biyya tokkummaan cimte ijaaruu keessatti qooda isaanii akka bahatan…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Ogeeyyiin Kominikeeshinii biyya tokkummaa sabdanessaan cimtee ijaaruu keessatti gaheen qaban olaanaa ta’uu Waajjira Ministira Muummeetti Ministirri…
Inisheetiiwwan Qonnaa hojiirra oolan badhaadhina maatii milkeessaa jiru – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Inisheetiiwwan Qonnaa Mootummaan hojiirra oolchaa jiru badhaadhina maatii milkeessaa jiraachuu Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Hoggantoonni qamadii waldaa hojii gamtaa gatii hin malletti gurguran adabbii cimaan adabaman
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Oomisha Qamadii Waldaa Hojii Gamtaa Qonnaan Bultoota Amboo gatii hin malletti gurguruun Birrii miiliyoona 4 ol dhabsiisan adabbii cimaan…
Deeggarsaa fi kabaja ummata Tigraayiif galata guddaan qaba – Obbo Getaachoo Raddaa
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin duraanii bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay obbo Getaachoo Raddaan itti gaafatamummaa isaanii dabarsanii kennuu ibsaniiru.
Waggoottan…
Hordoftoota amantaas ta’ee, abbootiin amantaa nageenyaaf dursa kennuu qabu – Komishinar Araarsaa…
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Hordoftoota amantaas ta’ee, abbootiin amantaa nageenyaaf dursa kennuu akka qaban Hogganaan Biiiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa Oromiyaa Komishiinar Araarsaa…
Ergaa Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabarsan.
Baatii tokkoof akkaataa Heera Mootummaa, waliigaltee Piriitooriyaa fi gorsa hawaasa Dippiloomaasii itti dabaluun marii bal’aan gaggeeffamaa tureera.
Akkaataa seeraan yeroon aangoo…
Koreen kaadhimamtoota miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa filatu hojii eegale
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Koreen kaadhimamtoota miseensota Boordii Filannoo Biyyaalessa Itiyoophiyaa filatu har’a hojii eegaleera.
Dooktar Abiy Ahimad akkaataa heera…
Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtaawarratti xiyyeeffate taa’amaa jira
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti waltajjiin marii dhimma waaqtawarratti xiyyeeffate Magaalaa Baahir Daaritti taa'amaa jira.
Waltajjichi dhimmoota nageenyaa,…
Dooktar Abiy Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Bitootessa 30, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf waliin mari’ataniiru.
Dhimmoota ijoo…