Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti; hambaa gara duudhaatti jijjiire- Obbo Tamasgeen…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Pirezidaantii Itti aanaa Paartii Badhaadhinaafi Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan Paartiin Badhaadhinaa seenaa gara qabeenyaatti;…
Paartiin Badhaadhinaa mallattoo filannoo isaa ifoomse
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Paartiin Badhaadhinaa filannoo waliigalaa 7ffaa irratti kan ittiin dorgomu mallattoo filannoo ifoomseera.
Paartichi mata duree “Itiyoophiyaa gara…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaafi Tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Alaa fi tumsa Idil Addunyaa Kootidivoweer Kaabaa Niiyaalee waliin mari’atan.…
Sosochii hojii torbee duula misoomaa kutaa magaalaa Sulultaatti…
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Kutaa Magaalaa Sulultaatti sosochii hojii torbee duulaa misoomaan daandii Keessa Keessaa Kiiloo Meetira 20 hojjechuuf har’a hojiin eegalame.
Torbee…
Ministiroonni Dhimma Alaa biyyoota garaagaraa Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 3, 2018 (FMC) – Ministiroonni Dhimma Alaa Maa’urtaaniyaa, Somaaliyaa, Rippaabiliika Dimokiraatawaa Sahaaraawwii Arab fi Seeraa Li’oon Yaa’ii Gamtaa Afrikaa 39ffaafi…
Dooktar Abiy Ahimad Tajaajila Poolisii Ismaarti hojii eegalchiisan
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Itiyoophiyaatti isa jalqabaa kan ta’e tajaajila Poolisii nama maleessaa (Ismaarti Poolisii ) hojii…
Obbo Tamasgeen Xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa waliin…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Itti aanaa Obbo Tamasgeen xurunaan Hoggantoota Mana Maree Amantaa Kiristaana Amantoota Wangeelaa Itiyoophiyaa haaraa filataman…
Manni Maree naannichaa yaa’ii idilee gaggeessaa ture xumure
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Afaar Yaa’ii Idilee 9ffaa gaggeessaa ture murtoowwan garaagaraa dabarsuun xumureera.
Muudama abbootii seeraa dhiyaate qorachuun…
Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennama –…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) – Qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jira jedhe Ministeerri Barnootaa.
Ministirri…
Balaa Tiraafikaa dogoggora konkolaachisaan mudatan ittisuuf…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2018 (FMC) –Balaa Tiraafikaa sababa dogoggora konkolaachistootaan mudatan ittisuuf hojjetamu qaba jedhe Eejensiin Geejjiba Oromiyaa.
Magaalaa Asallaatti torbeen…