Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Warqeen kiiloogiraamni kuma 8 fi 900 ol Baankii Biyyaalessaaf dhiyaateera- Obbo Ashaadlii Hasan
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Pireezidaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz obbo Ashaadlii Hasan bara baajataa 2018’tti warqeen kiiloogiraamni kuma 8 fi 900 ol Baankii Biyyaalessaaf…
Magaalota Oromiyaa keessatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob babal’isuuf hojjetamaa jira-…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018 (FMC)- Magaalota Oromiyaa keessatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob babal'isuuf hojjetamaa jira jedhan Pireezidaantii Itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Aadaa Waldhaggeeffachuu Itiyoophiyaa fooyyofteef…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Ka’umsiifi galmi waltajjii marii yaada; yaadonni biyya ijaaran mariif dhiyaachuun gara waliigaltee walootti geessu.
Haaluma Kanaan Komishiniin Marii…
Gaaffii ulaa galaanaaf deebiin ilaalama ida’amuufi ejjennoo cimaa…
Finfinnee, Adoolessa 18, 2018(FMC)- Guddina ariifachiisaafi boqonnaawwan misoomaa Itiyoophiyaan waggoottan darban keessa galmeessiste naannawaa Baha Afrikaatti giddugala guddinaa ishee…
Milkaa’ina Marichaaf…
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018(FMC) - Itiyoophiyaan rakkoolee madda waldhabdee fi wal shakkii ta'anii fi barootaaf walirratti daddabalamaa asi ga'an mareedhaan furmaata itti kennuuf Adoolessa…
Marichi imala Itiyoophiyaa guddoo ijaaruu dhugoomsa – Abbootii Amantaa
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Mareen Biyyaalessaa imala Itiyoophiyaa guddoo ijaaruu dhugoomsa jedhan Abbootiin Amantaa Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti hirmaachaa jiran.
Sababoota…
Odeeffannoo ijoo maree biyyaalessaa Adoolessa 17, 2018:-
Kaleessa mata-dureewwan ajandaa irratti mari'ataman ilaalchisee gareen ogeeyyii (Panel of Experts) irraa ibsaafi galteewwan marii garaagaraa erga dhiyeessanii booda, har'a mari’attoonni…
Nagaa fi misooma waloo – Ergama Itiyoophiyaa Gaanfa Afrikaatti…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018(FMC) - Gaanfa Afrikaatti ummata baay'ee, seenaa dheeraa fi qabeenya uumamaa bal'aa qabaachuu fi iddoo tarsiimawaa addunyaa irratti argamuun ishee iji addunyaa…
Uwwisni dhiyeessii bishaan dhugaatii Itiyoophiyaa % 75 ol gahe
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Uwwisni dhiyeessii bishaan dhugaatii Itiyoophiyaa % 75.59 gahe jedhan Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Haabtaamuu Ittafaan.…
Bishaan lamaan faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf…
Itiyoophiyaan Wiirtuu Quubsuma siyaasaa naannichaa ta’uun laga Abbayyaa fi Galaana Diimaa wajjin walitti hidhata cimaa qaba.
Qaamoleen bishaanii gurguddoon lamaan kunneen guddina…