Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen ni mari’atu, Itiyoophiyaan ni fayyiti!
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) –Biyyi mana waloo tattaaffii cimaa lammiileen ijaaramtuudha.
Rakkoolee keessoo humnaan osoo hin taane marii, waldhaggeeffachuu fi waliigalteen furuun…
Kaantibaa Adaanech harmee osoo Yaa’ii Marii Biyyaalessaarratti hirmaachaa jirtuu ilma dhiiraa deesse…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen harmee Naannoo Beeniishaangul Gumuuz bakka bu'uun Yaa’ii Marii Biyyaalessaarratti hirmaachaa osoo jirtuu…
Manni marichaa wixinee baajata bara 2019 Birrii biiliyoona 25.4 ol ta’uun dhiyaate raggaasise
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Manni Maree Naannoo Beenishaanguul Gumuz wixinee baajata bara 2019’f Birrii biiliyoona 25.4 ol ta’uun dhiyaate qorachuun raggaasiseera.
Wixineen…
Biqiltuu har’aa, gaaddisa boruu…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Kaayyoo guddaan Ashaaraa Magariisaa rakkoo mancaatii bosonaa, jijjiirama qilleensaa, dhiqama biyyee fi hanqina magariisummaa furuuf mukkeen dhaabuun…
Naannoo Afaaritti sosochiin Itiyoophiyaa Qulqulluu marsaa 3ffaan eegale
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Sosochiin biyyaalessaa Itiyoophiyaa Qulqulluu marsaa 3ffaan guyyaa har’aa ifatti eegaleera.
Daayrektarri Olaantuun Abbaa Taayitaa Eegumsa Naannoo…
Laaboraatooriin ammayyaa Teeknooloojii Raayyaa Ittisaaf Boqonnaa haaraa banu
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Yuunivarsiitiin Raayyaa Ittisaa damee barnootaa, qorannoo fi teeknooloojiitiin boqonnaa haaraa kan banu, laaboraatoorii qorannoo olaanaa eebbisiiseera.…
Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii kabajamaa jira
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) – Ayyaanni waggaa Qullubbii Gabre’eelii akkaataa duudhaa amantichaa eegeen kabajamaa jira.
Hojii gaggeessaa Mana Lubummaa Waliigalaa Eebbifamoo Abunee…
Piroojektoonni godinichatti hojjetaman rakkoo hawaasaa hiikaa jiru – jiraattoota
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC) –Godina Arsii Aanaa Suudeetti Pirojektoonni bu'uuraalee misoomaa Birrii miiliyoona 500 oliin hojjetamaa turan tajaajila eegalaniiru.
Aanichatti…
Waardiyyaa Dachee fi Qilleensaa…
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018 (FMC)- Birmadummaa biyya tokkoo mirkaneessuun kan danda'amu, raayyaa ittisaa cimaa teeknooloojii jabanaa hidhate, tooftaa waraanaan gahoomee fi Raayyaa nageenya…
Imala Misooma Humna Haaromfamaa Itiyoophiyaa Cimaa Jiru
Finfinnee, Adoolessa 19, 2018(FMC) - Imalli Itiyoophiyaan misooma humna haaromfamaa fi walitti hidhamiinsa naannawaa keessatti taasisaa jirtu yeroo ammaa daran fooyya'aa fi gara tumsa…