Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Lammiileen Itiyoophiyaa 456 Liibaanosii fi Saa’udiirraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Lammiileen Itiyoophiyaa haala rakkisaa keessa turan 456 Liibaanosii fi Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’aniiru.
Torban kana keessaa lammiileen…
Koolleejjiin Saayinsii Fayyaafi Teeknooloojii Cilaaloo barattoota 875 eebbisiise
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Koolleejjiin Saayinsii Fayyaa fi Teeknooloojii cilaaloo barattoota muummee barnootaa garaagaraan barsiisaa ture 875 eebbisiiseera.
Eebbifamtoonni kunneen…
Paartiin Koministii Chaayinaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaaf ergaa hawwii gaarii fi deeggarsaa…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Koministii Chaayinaa Yaa’ii 2ffaa Paartii Badhaadhinaa ilaalchisuun ergaa hawwii gaarii fi deeggarsaa dabarseera.
Xalayaan Koree Giddugaleessaa…
Itiyoophiyaan utubaa Afrikaa Bahaati-Paartii “Peoples Rally For Progress” Jibuutii.
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaan utubaa dinagdee, nagaa fi tasgabbii Afrikaa Bahaa ta’uu Barreessaa Olaanaan Paartii “People’s Rally For Progress” Jibuutii Iliyaas Muusaa…
Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee 2ffaa oolmaa isaa har’aan ajandaalee garaagaraarratti…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Paartiin Badhaadhinaa yaa’ii idilee 2ffaa oolmaa isaa guyyaa 2ffaan ajandaalee garaagaraarratti mari’achaa jiraachuun ibsameera.
Yaa’ii idilee 2ffaa…
Bakka bu’oonni paartiilee obbolaa biyyoota garaagaraa Paarkii Inxooxxoo daawwatan
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Bakka bu’oonni Paartiilee obbolaa biyyoota ollaa fi biyyoota miseensa BRICS, Yaa'ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa irratti hirmaacha jiran Paarkii…
Dadaritti balaa tiraafikaan lubbuun namoota cidhaa galan 3 darbe
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)-Godina Harargee Bahaa Magaalaa Dadaritti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota cidhaa galan 3 darbuu Qajeelchi Poolisii Godinichaa beeksise.
Balichis…
Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa har’as Itti fufe gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaa’iin idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa mata Duree “ Waadaa Hanga Aadeffannaatti “ jedhuun kaleessa eegale har’as itti fufe gaggeeffamaa jira.…
Yaadonni Dooktar Abiy Badhaadhina Itiyoophiyaa qofa osoo hintaane kan Afrikaallee mirkaneessuuf…
Finfinnee, Amajjii 24, 2017 (FMC)- Yaadonni Ministira Muummee Itiyoophiyaa fi Pirzidaantiin Paartii Badhaadhinaa Ministira Muummee FDRI Doktar Abiy Itiyoophiyaa irra darbee badhaadhina…
Nageenyi, misoomni fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaati-Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 23, 2017 (FMC)– Nageenyi, misoomnii fi tokkummaan ajandaa ijoo Paartii Badhaadhinaa ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Dooktar Abiy Ahimad Yaa'ii…