Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Misoomni Koriidarii miidhagina dhokataa magaalaa Jimmaa ifatti baase – Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 17, 2017 (FMC) - Misoomni Koriidarii miidhagina dhokataa magaalaa Jimmaa ifatti baasuu Ministirr Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad ibsan.
Itiyoophiyaan biyya qabeenya…
Obbo Adam Faaraah sirna beekamtii fi galateeffannaa ‘Heer Iseen’ irratti hirmaachuuf…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017 (FMC) - Itti Aanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Adam Faaraah sirna beekamtii fi galateeffannaa 'Heer Iseen' irratti hirmaachuuf magaalaa Dirre Dhawaa…
Itiyoophiyaan badhaadhina naannawaa mirkaneessuu keessatti ga’ee adda duree bahachaa jirti…
Finfinnee, Amajjii 17, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan badhaadhina naannawaa fi fayyadamummaa waloo mirkaneessuu keessatti ga'ee adda duree bahachaa akka jirtu Dubbii Himaan Ministeera Dhimma…
Gamtichi haaromsa damee ittisaa irratti taasifamaa jiru akka deeggaru mirkaneesse
Finfinnee, Amajjii 17, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisaa Injinar Ayishaa Mohaammad Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Soofii Firoom waliin mari'ataniiru.…
Itiyoophiyaa, Taanzaaniyaa fi Keeniyaan waliigaltee gurgurtaa humna elektrikaa mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 17, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa, Taanzaaniyaa fi Keeniyaan waliigaltee gurgurtaa humna Elektirikaa walii mallatteessaniiru.
Waliigalteen kun baatii Eblaa keessa hojiirra…
Mootummaan guddina damee aadaatiif xiyyeeffannoo kenneera – Ministira Aadaa fi Ispoortii…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Ministirri Aadaa fi Ispoortii Shawiit Shaankaan mootummaan damee aadaa eeguu fi guddisuuf ciminaan hojjechaa jiraachuu ibsaniiru.
Mariin paanaalii…
Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 30 oliin ijaaraman jiraattotaaf dabarfaman
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Ministirri Ministeera Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii Dooktar Abrahaam Balaay naannoo Somaalee Magaalaa Shabaleetti Manneen jireenyaa Birrii miiliyoona…
Lammiileen Taayilaanditti mana hidhaa keessa turan 38 gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Lammiileen Itiyoophiyaa Taayilaanditti mana hidhaa keessa turan 38 gara biyyaa deebi'uu ibsame.
Lammiileen Itiyoophiyaa hojii barbaacha faddaaltoota…
Qabeenyiwwan uumamaa dhokatanii turan faayidaa ummataaf ooluu eegalan jedhame
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Qabeenyiwwan uumamaa dhokatanii turan faayidaa ummataaf ooluu eegaluu Pireezidaantiin Naannoo Kibba Lixa Itiyoophiyaa Dooktar Injinar Nagaash Waageeshoon…
Paartichi waadaa ummataaf gale raawwachuun bu’aa jajjabeessaa galmeessisaa jira – Obbo…
Finfinnee, Amajjii 16, 2017 (FMC) - Paartiin Badhaadhinaa waadaa ummataaf gale raawwachuun bu’aa jajjabeessaa galmeessisaa jiraachuu Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa damee…