Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’ii 2ffaan Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii Finfinneetti taa’amaa jira
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) – Yaa’ii 2ffaan Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii bakka hoggantoonni biyyoota garaagaraa argamanitti Finfinneetti taa’amaa jira.
Ministira Muummee…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaanti Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21 , 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Koomooroos Azaalii Asuumaanii waliin mari’atan.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoo waliin mari'atan.
Hoggantoonni lameen dhimmoota naannawaa fi…
Ministiroonni Jibuutii, Biraaziil, Saa’uud Arabiyaa fi Rippablika Diimokiraatawaa Koongoo…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministiroonni Jibuutii, Biraaziil, Saa'uud Arabiyaa fi Rippablika Diimokiraatawaa Koongoo Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Jii’oorjiyaa Meeloonii waliin…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Ji'oorjiyaa Meeloonii waliin dhimmoota waloorratti mari'ataniiru.
Ministira…
Pireezidaanti Wiiliyaam Ruutoon Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Pireezidaantiin Keeniyaa Wiiliyaam Ruutoon Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomanii irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.
Pireezidaanti…
Baankiin Siinqee dhaabbata fayyadamummaa ummata Oromoo mirkaneessuuf hundaa’edha –…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) -Baankiin Siinqee dhaabbata fayyadamummaa ummata Oromoo mirkaneessuuf hundaa'edha jedhan Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis…
Ministirri Muummee Xaaliyaanii Finfinnee galan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee Xaaliyaanii Jii'orjiyaa Meelooniin Yaa'ii 2ffaa Sirna Nyaataa Mootummoota Gamtoomaniirratti hirmaachuuf Finfinnee galan.…
Itiyoophiyaan Damee Qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddugaleessa godhattee hojjetaa jirti…
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan Damee Qonnaan fayyadamummaa dargaggootaa giddugaleessa godhattee hojjetaa jirti jedhan Ministirri Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa…
Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari’atan
Finfinnee, Adoolessa 20, 2017 (FMC) - Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Somaaliyaa Hasan Sheek Mahaammud waliin mari'atan.
Pireezidaantiin Soomaaliyaa Hasan Sheek…