Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waamicha Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaa
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Dhaabuun Bayyanachuu Itiyoophiyaaf haa hiriirru jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Waamicha Biyyaalessaa dhiyeesse.
Sagantaa Ashaaraa…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa gurgurtaa Konkolaataa moofaa, Mootar Saayikilii fi Sibiila adda…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Naannoo Oromiyaatti gurgurtaa konkolaattota dullooman, mootar saayikilii fi sibiilota ciccitaa irraa birrii Miiliyoona 100 fi miliyoona 62 Ol walitti…
Manni Maree naannichaa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ta’uun dhiyaate…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Manni Maree Naannoo Amaaraa Baajata bara 2018 Birrii biiliyoona 200 fi biiliyoona 25 ol ta’uun dhiyaate raggaasise.
Manni marichaa yaa’ii idilee…
Hoggantoonnii fi hojjettoonni FMC Magaalaa Wandoo Gannatitti biqiltuu Ashaaraa Magariisaa dhaaban
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) –Hoggantoonnii fi hojjettoonni Faanaa Miidiyaa Korporeeshin Naannoo Sidaamaa Godina Kaaba Sidaamaa Magaalaa Wandoo Gannat gaara Noolee irratti biqiltuu…
Gaazexeessaa Birhaanuu Waldasamayaatiif waamicha deeggarsaa dhiyaate
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) –Mahaandisa qorannoo Gaazexeessummaa jedhamuun kan beekamu Gaazexeessaa Birhaanuu Waldasamayaat dhibee isa mudateef waamichi deeggarsaa dhiyaate.
Haala…
Koorporeeshinichi galii Birrii biiliyoona 4 argate
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii Itiyoophiyaa bara baajataa xumurame galii Birrii biiliyoona 4 argadhe jedhe.
Koorporeeshinichi…
Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee Qonnaan waloon hojjechuuf walii galan
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaa fi Xaaliyaaniin damee qonnaan waloon hojjechuuf waliigaltee mallatteesan.
Waliigalticha Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa…
Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumameen odeeffannoo waaltessuun danda’ame-…
Finfinnee, Adoolessa 22, 2017 (FMC) - Qindoomina hojii Fooramii Miidiyaalee gidduutti uumamaa dhufeen odeeffannoo waaltessuun danda'ameera jedhan Hogganaan Biiroo Kominikeeshinii Oromiyaa…
Godambaan Saayinsii agarsiistuu guddina teeknooloojii Afrikaati – Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Godambaan Saayinsii Itiyoophiyaa Afrikaan guddina saayinsii fi teeknooloojiin daandii mataa ishee bocuun abdiin kan itti argamaa jiru ta’uu isaaf…
Itiyoophiyaan wabii nyaataa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirti –…
Finfinnee, Adoolessa 21, 2017 (FMC) - Itiyoophiyaan maatii irraa eegaltee wabii nyaataa mirkaneessuuf tarkaanfiiwwan adda addaa fudhachaa jirti jedhan pirezidaantiin FDRl Taayyee Atsqa…