Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biyyoonni Miseensa IGAD odeeffannoo qabeenya qilleensaa cimaa ijaaruuf Sirna amansiisaa diriirsuu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC ) – Biyyoonni Miseensa Dhaabbata Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa (IGAD) Odeeffannoo qabeenya qilleensaa cimaa ijaaruuf Sirna amansiisaa diriirsuu qabu…
Godina Wallaggaa Bahaatti lafa heektaara kuma 54 ol irratti sanyiin faca’e
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Godina Wallagga Bahaatti qonna gannaan lafa heektaara kuma 54 fi 340 irratti sanyiin faca’uu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksise.
Godinichatti qonna…
Biyya ijaaruuf daa’immanirratti hojjechuun murteessadha – Kantibaa Adaanech Abeebee
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti sagantaa ijoolummaa jalqabaan dhaloota egeree biyya ijaaruu danda’an horachuuf haalli mijachuu Kantibaan magaalaa…
Yaa’iin Saayinsii IGAD 4ffaan taa’amaa jira
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC) – Yaa’iin 4ffaa Dhaabbanni Misoomaa Mootummoota Baha Afrikaa( IGAD) godaansa, buqqaatii fi magaalummaa irratti qopheesse magaalaa Finfinneetti geggeeffamuu…
Harargee Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaan bu’aan qabatamaan galmaa’uun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC )- Godina Harargee Lixaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa waggottan darban gaggeeffameen bu’aan qabatamaan argamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa ibse.…
Itiyoophiyaan bu’uuraalee konistiraakshiniin hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jirti- Aadde Caaltuu…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017(FMC) – Itiyoophiyaan bu’uuraalee konistiraakshiniin hojii bu’aa qabeessa hojjechaa jiraachuu Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa aadde Caaltuu…
Rakkoolee biyya keessa furmaata biyya keessaan furuuf sochiin eegalame cimee itti fufa -Obbo Adam…
Finfinnee, Caamsaa 11, 2017 (FMC )- Rakkoolee biyya keessa furmaata man-dhaleen furuuf sochiin eegalame cimee kan itti fufuu ta’u Sadarkaa itti aanaa Ministira Muummeetti Itti Gaafatamaan…
Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa, humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’atedha jedhame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa 2025 humni teeknooloojii Itiyoophiyaa kan itti mul’ate ta’uun ibsameera.
Caamsaa 8, 2017 irraa eegalee Giddugala…
Aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 namoota harka qalleeyyiif dabarsan
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 naannoo “Baggoonnet Lakk. 3” jedhamuun mogga’etti ijaarame…
Baatiiwwan salgan darban lammiileen miiliyoonni 9 ol Finfinnee daawwachuun ibsame
Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Xiyyeeffannoo mootummaan damee tuurizimiif kenneen waggoota muraasa keessatti jijjiiramni hedduun galmaa’uu Biiroon Aadaa, Ogummaafi Tuurizimii Magaalaa…