Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waliigalteen Ityoophiyaa, Sudaan, fi Gibts gidduutti hidha ijaarsarratti gaggeeffamu kaleessarraa…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2012 (FBC) – Waliigalteen Ityoophiyaa, Sudaan, fi Gibts gidduutti hidha ijaarsarratti gaggeeffamu kaleessarraa itti fufee jira.
Ministeerrii Bishaanii,…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 176 vaayrasii koroonaatin qabaman
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Qorannaa sa'aa 24 darbeetin Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 176 vaayrasii koroonaatin qabaman.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Shawaa Kaabaatti dhalattoonni Warra Jaarsoo weerara vaayrasii koroonaatin namoota rakkataniif…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti dhalattoonni aanaa Warra Jaarsoo weerara vaayrasii koroonaatin namoota rakkataniif deeggarsa Birrii miiliyoona 1.8 olii…
Tola ooltummaa Ganna kanaatin Oromiyaatti dargaggoota miiliyoona 7tu hirmaachifama
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartoota, Daa'immanii fi Dargaggootaa Oromiyaa hojii tola ooltummaa dargaggoota miiliyoona 7 hirmaachisu jalqabsiise.
…
Manni marichaa tarsiimoo tiraanisfoormeeshinii diijjiitaalaa raggaasise
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa tarsiimoo tiraanisfoormeeshinii diijjiitaalaa raggaasise.
Manni marichaa waliigaltee bittaa anniisaa korbeettii…
Injiinar Taakkalaan, artiistota waliin biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan kantiibaa magaalaa Finfinnee Injiinar Taakkalaa Uuman artiistota waliin biqiltuu dhaaban.
Itti aanaan kantiibichaa Waldaa Gamtaa…
MM Dr Abiy Ahimad daawwii isaanii Jibuutii xumuruudhan deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad daawwii isaanii Jibuutii xumuruudhan deebi'an.
Jilli hoggansa olaanoo mootummaa FDRI muummee…
Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 2 kilaastaraan misoomsuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 2 kilaastaraan misoomsuuf hojjetamaa jira.
Hogganaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Dhaabaa Dabaleen…
Hidhi Haaromsaa bishaan qabachuuf meetira 8 qofatu isa hafa
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2012 (FBC) – Hidhi Haaromsaa bishaan qabachuuf meetira 8 qofatu isa hafa.
Guutinsi koonkiriitii Hidha Haaromsaa; ol ka'iinsa galaanatii ol meetira 552…
Namoota 111 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa magaalaa Finfinnee beeksise
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 111 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
Magaalichaatti…