Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 292 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 292 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 13 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti…
Hojii nageenya kabachiisuu cinaatti hojiileen misoomaa haaluma karooraan raawwachuun…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti hojii nageenya kabachiisuu cinaatti hojiileen misoomaa bu'aa qabeessa ta'an yeroo kaa'ameef keessatti raawwatamuu preezdaantiin…
Naannoo manneen barnootaatti dhiibbaa manneen daldala dhugaatii ittisuuf hojjetamaa jira
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Naannoo manneen barnootaatti dhiibbaa manneen daldala dhugaatii ittisuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Barnoota Magaalaa Finfinnee ibseera.…
Magaalichatti rakkoo geejjibaa furuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Magaaalaa Finfinneetti rakkoo geejjibaa muul’ata jiruu furuuf waldaalee damee geejjibaarratti hirmaatan waliin mari’ataneera.
Sadarkaa Itti aanaa…
Koreen Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Koreen Waldaa Fannoo Diimaa idil addunyaa waldaa Fannoo Diimaa Ityoophiyaa waliin ta’uun naannoo Tigraayitti deeggarsa namoomaa taasisaa jiraachuu…
Inistiityuutichi maashina talaallii Beelladoota baay’inaa fi qulqullinaan oomishuuf gargaaruu Gamtaa…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Inistiityuutiin Eegumsa Beelladoota Biyyaalessaa maashina talaallii Beelladoota baay’inaa fi qulqullinaan oomishuuf gargaaru Gamtaa Awroopparraa…
Preezdaant Saahilawarq Ambaasaaddar yeroo hojii isaanii xumuran gaggeessan
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ityoophiyaatti Ambaasaaddar Ameerikaa yeroo hojii isaanii xumuran Maayik Raayinar gaggeessan.…
Naannoo Tigraayitti sababa adda addaatin barnoota addaan cite eegalchisuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)-Hoggantoonni Ministeerichaa fi ogeeyyiin naannoo Tigraayitti yeroo itti aanuuf barnootaa eegalchiisuuf haala dandeesisuurratti hooggantoota bulchiinsa…
Shawaa Kaabaatti milishoonni kumni 11 ol eebbifamaan
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC)- Godina Shawaa Kaabaatti milishoonni kumni 11 fi 500 fi 80 leenji'an turan eebbifamaniiru.
Itti gaafataman Waajjira Bulchiinsaa fi Nageenyaa godina…
Boordiin Filannoo waldaalee Siiviilii filattootaaf barnoota laachuuf gaaffii beekkamtii dhiyeessan…
Finfinnee, Amajjii 13, 2013 (FBC ) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa Waldaalee Siiviilii filattootaaf barnoota laachuuf gaaffii beekkamtii dhiyeessan marsaa jalqabaaf beekkamtii…