Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Turtii baatii 3 hin guunne keessatti dubartootaa fi daa’imman 280 miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Ityoophiyaatti turtii Baatii 3 hin guunne keessatti dubartootaa fi daa’imman 280 miidhaan ga’uu qorannoon ifoomse.
Ministeerri Dhimma…
Lammiileen Ityoophiyaa 249 Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 249 guyyaa har’aa Kuweet irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
Lammiileen Ityoophiyaa Kuweet irra deebi’aan kun…
Magalaa Finfinneett weerarri vaayrasii koroonaa sadarkaa yaaddessaarra ga’uu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 232 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Fayyaa magaalichaa beeksise.
Magaalichaatti…
Oromiyaatti lakkoofsi namoota koroonaan qabamanii 179 ga’e
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 12 irratti vaayrasiin koroonaa argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannoo Oromiyaa beeksise.…
Baatii tokko keessatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii dachaa 10n dabale
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Baatii tokko keessatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii dachaa 10n dabaluu Inistiityuutiin Fayyaa Hawaasaa Ityoophiyaa beeksise.…
Ijaarsa Proojaktii Hidha haaroomsaa milkeessuuf ni deeggarra- Kutaalee hawaasaa naannoo Soomaalee
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Ijaarsa Proojaktii Hidha Haaroomsaa milkeessuuf mootummaa cinaa kan dhaabbatan ta’uu dureewwaan amantaa, Jaarsoliin biyyaa fi dursitoonni kutaa…
Ityoophiyaatti namoonni 8 vaayrasichaan lubbuun isaanii darbe
Finfinnee, Waxabajjii 5, 2012 (FBC) –Qorannaa sa'aa 24 gaggeeffameen namoonni 268 vaayrasii koroonaatin qabamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Sa'aa 24 darbe keessatti qorannaan…
Meeshaaleen Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 38.9 olitti tilmaamu too’atame
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) -Meeshaaleen waraanaa fi Koontiroobaandii Birrii miiliyoona 38.9 olitii tilmaamu too’atamu Ministeerri Galiiwwaniin beeksise.
Too’annoo fi…
Boordiin Filannoo qabeenya ADWUI duraanii akka qulqulleessaniif Ooditaroota lama muude
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) - Boordiin Filannoo Biyyaalessa Ityoophiyaa qabeenya Adda Warraksa Demookraatawaa Ummattoota Ityoophiyaa (ADWUI) akka qulqulleessaniif Ooditaroota lama…
Ministeerichi naannolee fi bulchiinsa magaalootaaf Ambuulaasoota marsaa sadiin rabse
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2012 (FBC) – Ministeerri Fayyaa kenniinsa tajaajila fayyaa fi tattaaffii weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf taasifamu milkeessuuf bara kana marsaa 3 naannolee fi…