Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Yaa’iin Waldaa Hakiimota Oromiyaa 3ffaa’n Finfinneetti taa’amaa jira
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Yaa'iin Waldaa Hakiimota Oromiyaa 3ffaa'n Finfinneetti taa'amaa jira.
Waldaan Hakiimota Oromiyaa erga hundeeffamee waggaa 3 ta'eera.…
Dhaabbileen Barnoota Olaanoo Barattoota Isaanii Ebbisiisan
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Yuunivarsiitiin Asoosaa Fi Maqdallaa Ambaa Barattoota Damee Gara Garaan Barnoota Isaanii Hordofaa Turan Guyyaa Har’aa Eebbisiiseera.…
Obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti projaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru…
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) – Obbo Ristuu Yirdaaw Godina Guraageetti projaktii jallisii giddu galeessaa Kareb ijaarmaa jiru daawwatan.
Itti Aanaa Preezdaantii Naannoo Kibbaa,…
Aadde Adaanach Abeebee abbootii amantaa garagaraa waliin ta’uun bakka taaboonni bulu…
Finfinnee, Amajjii 9, 2013 (FBC ) - Itti Aantuu Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee abbootii amantaa garagaraa waliin ta'uun bakka taaboonni bulu…
Tarminaalli hunda galeessi tursa Horii gaanfaa Dooraalee eebbifame
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Tarminaalli hunda galeessi tursa Horii gaanfaa Dooraalee eebbifamuu ibsame.
Buufanni Ityoophiyaa fi Jibuutiin eebbisiisaan kun dhiyeessii nageenyummaan…
Juuntaan dargaggoota, hayyootaa fi namoota bebbeekkamoo Oromoo hunda kan nyaateedha – obbo…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Ijaarsa Ityoophiyaa hunda galeessaaf mootummaan naannoo Oromiyaa mootummaa Federaalaa waliin ta'uun tumsaan ni hojjeta jedhan preezdaantiin naannoo…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 446 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 446 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Qonna ammayyaa magaalaa babal’isuuf kuduraa fi Muddirri lafa dhiphaarratti hojjetaman…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Qonna ammayyaa magaalaa babal'isuuf kuduraa fi Muddirri lafa dhiphaarratti hojjetaman murteessaa ta'uu itti aantuu Kaantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde…
Ministeerri Nageenyaa fi Yuunvarsiitiin Jigjigaa qorannoo furmaata rakkoo ta’an gaggeessuuf…
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Ministeerri Nageenyaa fi Yuunvarsiitiin Jigjigaa qorannoo furmaata rakkoo ta'an gaggeessuuf sanada walii galtee mallatteessan.
Waliigaltichi rakkoolee…
Hoggantoonni mootummaa Paarkii Indaastirii qindeessa oomisha qonnaa Yirgaalem daawwatan
Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC) - Hoggantoonni mootummaa Paarkii Indaastirii qindoomaa qindeessa oomisha qonnaa Yirgaalem daawwataniiru.
Daawwanicharratti preezdaantii naannoo Sidaamaa…