Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli garee obbo Dammaqaan durfamuu sadarkaa hidhi haaroomsaa guddichii irraa gahee daawwachuuf…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) – Jilli garee itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan durfamuu guyyaa har’a ganama sadarkaa hidhi haaroomsa guddichi irraa jiru daawwachuuf…
Jilli obbo Shimallisiin durfamuu warshaalee invastimantii naannoo Oromiyaa keessatti hojjatamaa…
Finfinnee, Caamsaa 30, 2012 (FBC) - Jilli Preezdaanti mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatiin durfamu warshaalee invastimantii naannoo Oromiyaa keessatti hojjatamaa jiran…
Magaalaa Finfineetti vaayrasiin koroonaa namoota kuma tokkoo fi dhibbaa afurii fi 44 iratti argamuun…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfineetti qorannoodhaan vaayrasiin koroonaa namoota kuma tokkoo fi dhibbaa afurii fi 44 iratti argamuun mirkanaa'eera.
Magaalaa…
lammiileen Ityoophiyaa 135 Sawud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – lammiileen Ityoophiyaa 135 Sawud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
lammiileen Ityoophiyaa 135 Sawud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti…
Bara baajata 2013tti wiixineen baajata mootummaa federaalaa Birri biiliyoona 400 fi biiliyoona 76…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) –Manni Maree Ministeerotaa bara baajata 2013tti wiixineen baajata mootummaa federaalaa Birri biiliyoona 400 fi biiliyoona 76 akka ta’u murtee dabarse.…
namoota 129 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 129 irratti vaayrasiin koroonaa argamu Ministeerri Fayyaa beeksise.
Ministeerri Fayyaa FDRI akka beeksisetti…
Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee murtee dabarse
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Kaabineen Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee walga’ii idileessa gaggeesseen dhimmoota garagaraatti murtee dabarseera.
Kaabineen Bulchiinsa…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maatii isaanii waliin ta’uun guyyaa har’aa biqiltuu dhaaban
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad maatii isaanii waliin ta’uun guyyaa har’aa biqiltuu dhaaban.
Misoomni magariisaa bara 2012 guyyaa…
Wiirtuuleen alergii jimaa qonnaan bultootaan durfaman sadii ijaaramuufi jedhame
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) – Wiirtuuleen alergii jimaa qonnaan bultootaan durfaman sadii ijaaramuufi jedhame.
Qonnaan bulaan jimaa oomishasaa kallattiin gabaa giddugaleessaa biyya…
Mariin hidha haaromsaa Ityoophiyaa fi itti fayyadama lageen idil addunyaarratti xiyyeeffate…
Finfinnee, Caamsaa 29, 2012 (FBC) –Mariin hidha haaromsaa Ityoophiyaa fi itti fayyadama lageen idil addunyaarratti xiyyeeffate gaggeeffama jira.
Seenaa laga Abbayyaa fi hidha…