Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ummata Ityoophiyaatif qormaata darbuun kan jalqabaatii miti- aadde Adaanach
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) - Ummanni Ityoophiyaa yeroo qormaataa darbuun isa jalqabaa miti; yoo waltumsine yeroo qormataa kana ni ceena jedhan haati Alangaa Waliigalaa FDRI aadde…
Manni marichaa murteewwan addaddaa dabarse
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) - Manni Maree Ministirootaa walga'ii ariifachiisaa 20ffaa har'a gaggeessen murteewwan addaddaa dabarse.
Manni marichaa qaama seerummaa Mana…
Heeraan ala aangoo qabachuuf sochii taasifamuuf mootummaan obsa hin qabu – Dr Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Bulchiinsi hirmaachisaa fi ummanni ittiin dhaga'amu fedhii demokraasii barootati jedhan muummee ministiraa Dooktar Abiy Ahimad.
Muummee…
Qorannaa laabraatoorii sa’aa 24tin namoonni 25 vaayrasichaan qabamaniiru
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Qorannaa laabraatoorii sa'aa 24 keessatti gaggeeffameen namoonni 25 vaayrasii koroonaatin qabamaniiru.
Sa'aa 24 keessatti qorannaan…
Jilli obbo Shimallis Abdiisaatin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Kaabaa daawwate
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Jilli preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaatin duurfamu hojiilee misoomaa godina Shawaa Kaabaa daawwate.
Jilichi…
Obbo Gadduun gitasaanii Kaanaadaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Ministeera Dhimma Alaa Kaanaadaa Fraanswaa Filiippii Shaampaany waliin…
Paartiileen siyyaasaa naannoo Soomaalee keessa socho’an yeroon filannoo biyyaalessaa dheerachuun…
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) –Paartiileen Siyaasaa Naannoo Soomaaleetti argaman haala yeroo fi biyyaarratti marii waloo taasisaniiru.
Marii kanarratti Paartiin Soomaalee…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni of eeggannoo cimaa taasisuu qabu – Dr Liyaa
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Barumsaa fi tarkaanfii sirrii fudhachuuf dirqama namoonni hedduun qabamuu fi du’uu hin qaban jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa…
MM FDRI Abiy Ahimad, MM Hindii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Muummee Ministiraa Hindii Naareendiraa Moodii waliin dhimmoota waloorrattaii mari’atan.
Muuxxannoo hojii…
Eebila 30, 2012 eegalee fayyadamtoonni taaksii haguuggii fuulaa fayyadamuun dirqama jedhame
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Eebila 30, 2012 eegalee tajaajilamtoonni taaksii haguuggu fuulaa fayyadamuun dirqama ta’uu ibsame.
Akka Abbaan Taayitaa…