Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsa Daandii Diikniil – Daaguuriif waliigalteen Doolaara miiliyoona 43 mallattaa’e
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Koorporeeshiniin Hojiiwwan Ijaarsaa Ityoophiyaa Diizaayinii f Ijaarsa daandii Diikniil – Daaguur raawwaachuuf Kooriidarii Buufataalee Jiibuutii waliin…
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) –Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad bara haaraa Farnajootaa ilaalchisuun hawwii gaarii qaban ibsaniiru.
Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad…
Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii fi dhaabbileen waamamtootaa daa’immaan jireenya daandirraa…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Ministeerri Aadaa fi Tuuriziimii fi dhaabbileen waamamtootaa shan daa'immaan jireenya daandirraa kaasuuf kan dandeessisu sagantaa deeggarsaa eegalan.…
Manni Maree Dhaabbilee Waldaalee Siiviilii Ityoophiyaa Hundaa’e
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Manni Maree Waldaalee Dhaabbilee Siiviilii Ityoophiyaa hundaa'u ibsameera.
Yaa'ii hundeeffama Mana Marichaarratti bakka buutoonni Waldaalee Dhaabbilee…
Komishinichi godina Matakkalitti lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Komishinii olaanaan Godaantootaa godina Matakkalitti lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'aniif deeggarsa…
Atleetoonni Buleeyyiin biyyaaf oolmaa guddaa oolan badhaafaman
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) - Waldaan Atleetoota Buleeyyii ayyaana Qillee sababeeffachun Atleetoota buleeyyii biyyaaf oolmaa jabaa oolan 100 har'a Istaadiyeemii Finfinneetti…
Aadde Adaanach Abeebee Ityoopiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Maareeshoo waliin marii’atan
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Aadde Adaanach Abeebee Ityoopiyaatti Ambaasaaddara Faransaay Riimii Maareeshoo waliin marii’atan.
Itti Aantuu Kantiibaa bulchiinsa magaalaa…
jilichi ijaarsa daandii cirachaa godina Booranaa aanaa Taltallee- Wandoo- Booree daawwate
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Jilli Sadarkaa Itti Aanaa Pireezidaantitti Qindeesaan Kilaastara Baadiyaa Naannoo Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu ijaarsa daandii cirachaa…
Haala sirna nyaataa fi fayyaa haadhoolii fi daa’immanni fooyyessuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Haala sirna nyaataa fi fayyaa haadhoolii fi daa’immanni fooyyessuuf mariin gaggeeffame.
Haala sirna nyaataa fi fayyaa haadhoolii fi daa’immanni…
Noorwayitti kan argamu dhaabbanni ogeessoota Ityoophiyaa Yuunivarsiitootaa Ityoophiyaa 5f deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Noorwayitti kan argamu dhaabbanni ogeessoota Ityoophiyaa Yuunivarsiitootaa Ityoophiyaa 5f deeggarsa Birrii miiliyoona 91 taasisan.
Deeggarsicha kan…