Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Gadduun gitasaanii Kaanaadaa waliin bilbilaan mari’atan
Finfinnee, Eebila 29, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa FDRI obbo Gadduu Aandaargaachaw ministira Ministeera Dhimma Alaa Kaanaadaa Fraanswaa Filiippii Shaampaany waliin…
Paartiileen siyyaasaa naannoo Soomaalee keessa socho’an yeroon filannoo biyyaalessaa dheerachuun…
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) –Paartiileen Siyaasaa Naannoo Soomaaleetti argaman haala yeroo fi biyyaarratti marii waloo taasisaniiru.
Marii kanarratti Paartiin Soomaalee…
Weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf hawaasni of eeggannoo cimaa taasisuu qabu – Dr Liyaa
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Barumsaa fi tarkaanfii sirrii fudhachuuf dirqama namoonni hedduun qabamuu fi du’uu hin qaban jedhan Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa…
MM FDRI Abiy Ahimad, MM Hindii waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad, Muummee Ministiraa Hindii Naareendiraa Moodii waliin dhimmoota waloorrattaii mari’atan.
Muuxxannoo hojii…
Eebila 30, 2012 eegalee fayyadamtoonni taaksii haguuggii fuulaa fayyadamuun dirqama jedhame
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti Eebila 30, 2012 eegalee tajaajilamtoonni taaksii haguuggu fuulaa fayyadamuun dirqama ta’uu ibsame.
Akka Abbaan Taayitaa…
Ityoophiyaatti namoota dabalataa 17 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Sa'aa 24 darban keessatti qorannaa laabraatoorii samuudaa 1,382 gaggeeffameen namoota 17 irratti vaayrasichi argamuun mirkanaa'era.
Namoonni kunneen…
MM FDRI Abiy Ahimad qaamoolee hojii kalaqarratti argaman galateeffatan
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Muummee Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimaad qaamoolee hojii kalaqaarratti argaman galateeffataniiru.
Dooktar Abiy, karaa innooveeshii…
Aadde Daagmaawiit kenniinsa tajaajilaa buufataalee konkolaataa daawwatan
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogas haala kenniinsa tajaajilaa fi hojiilee ittisa vaayrasi koroonaa buufataalee Konkolaataa…
Waliigalteen ijaarsa misooma jallisii Kaazaa fi Tandaahoo mallatteeffame
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Waliigalteen ijaarsa hidha Kaazaa 1, misooma jallisii Kaazaa 2 fi Tandaahoo mallatteeffame.
Hojichi baasii Birrii biiliyoona 4.7331 kan…
Dooktar Liyaan giddugala yaala vaayrasii koroonaa Eekkaa Kootabee daawwatan
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Minisirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan giddugala yaala vaayrasii koroonaa Eekkaa Kootabee daawwatan.
Wayita daawwannaa…