Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa qajeelfamoota wixinee filannoo irratti paartilee siyaasaa…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Ityoophiyaa qajeelfamoota wixinee filannoo irratti paartilee siyaasaa waliin marii gaggeesseera.
Waltajjichaan…
Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo Magaala Dirree Godootti balaa ibsaa halkan uumameen manneen…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Godina Shawaa Lixaa Aanaa Noonnoo Magaala Dirree Godootti balaa ibsaa halkan uumameen manneen jireenyaa fi qabeenya irra miidhaan gahee jira.
Akka…
Godina Matakkalitti tarkaanfii olaantummaa seeraa fudhatamaa jiruun humnoonni hidhatanii socho’aan…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)-Naannoo Beenishaanuul Gumuuz godina Matakkalitti tarkaanfii olaantummaa seeraa fudhatamaa jiruun humnoonni hidhatanii socho’aan hedduun qaamolee…
Ityoophiyaan lubbuu ijoollee ishee wareeguun nageenya ollaa eegsisaa jirti –Ambaasaaddar reedwaan
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Ityoophiyaan nageenya fi badhaadhinaa biyyoota ollaaf hawwuu qofa osoo hin taane lubbuu ijoollee ishee wareeguun nageenya isaanii eegsisaa jirti jedhan…
Raashiyaan bu’uuraalee misoomaa naannoo Tigraayitti miidhaman suphuuf tattaaffii taasifamuu akka…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)-Ityoophiyaatti ambaasaaddarri Raashiyaa Ivgeet Taarkiin bu’uraalee misooma naannoo Tigraatti miidhaman suphuuf tattaaffii gara hojiitti akka deebi’aniif…
Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittitti barattoonni kutaa 8ffaa martinuu gara daree itti aanuutti darbu…
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittitti barattoonni kutaa 8ffaa martinuu gara daree itti aanuutti darbu waajjirri barnoota kutaa magaalichaa beeksiseera.…
Ajjeechaa Artiist Haacaaluu hundeessaa hordofee yakki sarbama mirga namoomaa raawwatamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti ajjeechaa Artiist Haacaaluu hundeessaa hordofee yakki sarbama mirga namoomaa lammiilee nagaarratti raawwatamuu Komishiniin…
Giddugalli Misooma Albuudaa Ityoophiyaa hundaa’e
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC) – ‘Giddugala Misoomaa Albuudaa Ityoophiyaa’ mata duree jedhuun wixinummaa Ministeera Albuudaa fi Boba’aatiin Yuunivarsiitii finfinnee fi Mana Barumsaa…
Magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa mudateen suqoota 48 irra miidhaan qaqqabe
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Bulchiinsa magaalaa Dabra Maarikoositti balaa ibiddaa qaqqabeen suqoota 48 irraa miidhaan qaqqabuu poolisiin beeksiseera.
Itti gaafatamaan…
Ityoophiyaanoonni 11 karaa seeraan alaatin daangaa ce’uf turan gara biyya deebi’aan
Finfinnee, Muddee 23, 2013 (FBC)- Ityoophiyaanoonni 11 karaa seeraan alaatiin gara Afrikaa kibbaatti imaluuf daangaa ce’uf turan gara biyyasaanii deebi’uu Keeniyaatti Imbaasiin…