Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbanni Konkolaataa Heeloo rakkoo gama geejjibaan jiru furuuf kafaltii jalqaba 30% kanfaluun…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Dhaabbanni Konkolaataa Heeloo rakkoo gama geejjibaan jiru furuuf kafaltii jalqaba 30% kanfaluun abbaa konkolataa ta’uu danda’amaa jedhe.…
Yuunivarsiitiin Salaalee Sirna Gadaa Oromoo Salaalee deebisee dhaabuuf hojjachaa jira
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Yuunivarsiitiin Salaalee Sirna Gadaa Oromoo Salaalee deebisee dhaabuuf hojjachaa jira.
Yuunivarsiitiin Salaalee mata duree ‘Haaromsa Gadaa…
Magaalaa Dabra Birhaanitti Birrii Biiliyoona 2.8n kan ijaarrame dhaabbanni Biqilaa Boort Maalt hojii…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Magaalaa Dabra Birhaanitti Birrii Biiliyoona 2.8n kan ijaarrame dhaabbanni Biqilaa Boort Maalt hojii eegale.
Abbootii qabeenyaa Faransaayiin kan…
Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Somaalee, Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Biiroon Barnootaa Naannoo Oromiyaa fi Naannoo Somaalee, Godina Harargee Bahaa Aanaa Cinaaksanitti Barnoota Afaan Somaalee Mana Barnootaa Waalewid…
Naannoo Oromiyaatti Ganna dhufu biqiltuuwwan biiliyoonni 4 ol dhaabbiif qopha’aa jiru
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC)- Naanoo Oromiyaatti Ganna dhufu biqiltuuwwan biiliyoonni 4 ol dhaabbiif qopha’aa jiraachuu Biiroon Qonnaa fi Qabeenyaa Uumamaa…
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaatti ittisa vaayrasii koroonaa qaamoolee dhimmi ilaallatu…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa Ityoophiyaatti manneen barnootaa banamuun walqabatee karaalee ittisa vaayrasii koroonaa qixaan hojiirra oolchuu…
Dhiyeessii fi raabsaa xaa’oo biyyee irratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) –Ministeerri Qonnaa dhiyeessii fi raabsaa xaa’oo biyyee irratti hojii qindoominaa naannoolee waliin hojjeturratti marii gaggeesse.
Ministeerra…
Projaktiin Daandii Daayyee- Cirrii-Nansaboo kiiloomeetira 74 sadarkaa koonkiriiti Asfaaltiin…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Projaktiin Daandii Daayyee- Cirrii-Nansaboo kiiloomeetira 74 sadarkaa koonkiriiti Asfaaltiin hojjatamaa jira.
Raawwii projaktichan ammatti hojiin…
Suphaan masaraa Abbaa Jifaar fulbaana bara 2012 eegalee ji’oota 18 keessatti xumurama jadhame…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Suphaan masaraa Abbaa Jifaar fulbaana bara 2012 eegalee ji'oota 18 keessatti xumurama jadhame hojiin hojjatame 35% osoo hin caallee dhaabbitti hafe.…
Yaa’iin hundeeffama mana maree dhaabbilee waldaalee siivilii 300 ol of keessatti qabate gaggeeffamaa…
Finfinnee, Muddee 22, 2013 (FBC) – Yaa’iin hundeeffama mana maree dhaabbilee waldaalee siivilii 300 ol of keessatti qabate gaggeeffamaa jira.
Yaa’iin hundeeffama mana maree…