Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qindoominnii fi ciminni sirna sagantaa kadhannaarratti muul’ate rakkoo biyyattii hundeerraa furuuf…
Finfinnee, Eebila 28, 2012 (FBC) – Qindoominnii fi ciminni sirna sagantaa kadhannaa Baatii tokkoof gaggeeffamerratti muul’ate rakkoo biyyattii hundeerraa furuuf yoo itti fayyadamne humna…
Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraataan ittisa vaayrasii koroonaaf…
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraataan ittisa vaayrasii koroonaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 100 taasisan.
Lammiileen…
Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 72 olitti tilmaamamu too’atame
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 72 olitti tilmaamamu too’atame.
Guyyoota 6 darbanitti meeshaaleen kontirobaandii Birrii miiliyoona 72…
Gootota duraanii bakka buunee waan jirruuf, nuti miseensonni dhaloota kanaas agarsiiftuu xurree…
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad Waan hundumaa dura gootota abbootii fi haawwan keenya biyyaa fi uummata dursanii bilisummaa keenyaaf gatii baasan…
Balaa abiddaa Magaalaa Maaksanyitti qaqqabeen qabeenyi Birrii kuma 300 fi kuma 80tti tilmaamu…
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Balaa abiddaa Aaanaa naannoo Gondar magaalaa Maaksanyitti qaqqabeen qabeenyi Birrii kuma 300 fi kuma 80tti tilmaamu barbaada’e.
Abiddichi kan…
Weerara vaayrasi koroonaa ittisuuf rakkinoota adeemsa keessatti mudatan furuuf qaamni hunduu tumsuu…
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) –Weerara vaayrasi koroonaa ittisuuf rakkinoota adeemsa keessatti mudatan furuuf qaamni hunduu tumsuu qabu – obbo Dammaqaa Mokonniin
Itti aanaan Muummee…
Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa wal dorgommiin liigii bara 2012 hundi haqamuu beeksise
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) –Federeeshiniin Kubbaa Miilaa Ityoophiyaa wal dorgommiin liigii bara 2012 hundi haqamuu beeksise.
Koreen Hojii Rawwaachiiftuu Federeeshiniin Kubbaa Miilaa…
Ityoophiyaatti namoota dabalataa 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) –Ityoophiyaatti namoota dabalataa 5 irratti vaayrasiin koroonaa argame.
Sa'aa 24 keessatti qorannaa laabraatoorii samuudaa 1047 gaggeeffameen…
Ijaarsi Daandii Gudar-Waayyuu obbo Shimallis Abdiisaan daawwatame
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Ijaarsi Daandii Gudar-Waayyuu obbo Shimallis Abdiisaan daawwatame.
Ijaarsi Daandii Gudar-Waayyuu kilo meetra 97 Godina Shawaa Lixaa fi Horroo Guduruu…
Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii addaa 3ffaa gaggeesseera
Finfinnee, Eebila 27, 2012 (FBC) – Manni Marii Bakka Bu'oota Ummataa yaada murtii filannoo ilaalchisuun koreen dhaabbii dhimmoota seeraa, haqaafi dimokraasii keeyyatoota sadiirratti…