Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoo nageenyaa godina Matakkaal hundeerraa furuuf humni qindaa’e akka bobba’u taasiifameera –…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Guumuuz godina Matakkalitti haleellaan lammiilee nagaarratti raawwate daraan gaddisiisaa ta’uu Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy…
Komishiniin Mirga namoomaa Ityoophiyaa Godina Matakkalitti lammiileen nagaa miidhamuu beeksise
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Mootummaan nageenya lammiilee mirkaneessuuf hojii duraa taasisee hojjechuu akka qabu Komishiniin Mirga namoomaa Ityoophiyaa hubachiiseera.
Komishinichi…
Hoggantoonni rakkoo nageenya Godina Matakkal keessatti uumee keessaa harka qabu jedhamuun shakkaman…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Mootummaan naannoo Beenishaanguul Guumuuz hoggantoota rakkoo nageenya Godina Matakkalitti uumame keessa harka qaban jechuun shakke too'annoo seeraa jala…
Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 351 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Gabaasa qorannoo sa'aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 351 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 6 darbeera.
Sa'aatii 24 darbetti qorannoo…
Jilli aadde Daagmaawiit Mogasiin durfamuu Sudaanitti hoggantoota baabura lafaa fi daandii qilleensaa…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Jilli Ministirri Ministeera Geejjibaa aadde Daagmaawiit Mogasiin durfamu Sudaanitti hoggansa koorporeshinii Baabura lafaa fi daandii qilleensaa waliin…
Sadarkaa biyyaalessaatti waltajjiin hawaasaa gageeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Qindeessummaa Ministeera Nageenyaan waltajjiin hawaasaa sadarkaa biyyaatti gaggeeffamaa ture xumurame.
Biyya tokko keessatti nageenya waaraa fi…
Manni murtii fefederaalaa dhaabbata Iffartiif bulchinsa walabaa yeroo muude
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC) - Dhiheessumma Abbaa Alangaa Waliigalaa federaalaan Manni Murtii olaanaa Liddataa rammaddii 1ffaa dhaddacha har'a ooleen dhaabbata Iffartiif bulchiinsa…
Proojektoota Maaddii Biyyaaf deeggarsi Birrii miiliyoona dhibba 3 fi miiliyoona 90 taasifame
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)-Bulchiinsi magaalaa Finfinnee fi abbootiin qabeenyaa proojektoota Maaddii Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 3 fi 90 taasisaan.
Qindeessumma…
Jilli obbo Addisuu Araggaan durfamuu magaalaa Roobeetti proojektiwwan hojjetamaa jiran daawwate
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa preezdantiitti Qindeessaan Kilaastara hawaasummaa Obbo Addisuu Araggaa durfamuu magaalaa Roobeetti proojektiwwan…
Poolisiin Birrii miiliyoona 4 olii fi maallaqa sobaa biyyoota garaagaraa kuma dhibba 4 fi kuma 30…
Finfinnee, Muddee 14, 2013 (FBC)-Komishiniin Poolisii magaalaa Finfinnee nageenya magaalichaa eeguuf sakattoo gaggeessaa jiruun Birrii Ityoophiyaa miiliyoona 4 olii fi maallaqa sobaa…