Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Manni maricha walga’ii idilee 7ffaa gaggeesseen muudama miseensota Boordii EBC raggaasise
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa walga’ii idilee 7ffaa bara hojii 6ffaa mana maree 5ffaa har’a gaggeesseen muudama miseensota Boordii Broodkaasting…
Qulqullinaa fi wal gitiinsa kenna tajaajila fayyaa fooyyeessuuf xiyyeeffannoodhaan hojjechaan jira…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Qulqullinaa fi wal gitiinsa kenna tajaajila fayyaa fooyyeessuuf xiyyeeffannoodhaan hojjechaan jira jedhee Biiroon Eegumsa Fayyaa Oromiyaa.…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa qabeenya Tuuriizimii naannichatti argaman misoomsuun badhaadhina…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Mootummaan Naannoo Oromiyaa qabeenya Tuuriizimii naannichatti argaman misoomsuun badhaadhina mirkaneesuuf xiyyeeffannaan akka hojjetu ibse.…
Karoorri misooma Paarkiiwwan Indaastirii itti fufiinsan hogganuuf dandeessisu ifoome
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Korporeeshiiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii gabaasa qorannoo Ispaashaalii guddina damee Indaastirii Paarkiwwanii milkeessuu fi qajeelchuuf…
Karaa seeraa alaa gara biyya alaatti bahuuf qophaa’aa kan turan namoonni 45 too’ataman
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Karaa seeraa alaa gara biyya alaatti bahuuf qophaa’aa kan turan namoonni 45 too’ataman.
Godina Gondar Lixaa magaala Ganda Wuhaatti karaa seeraa…
Nageenyaa fi misooma naannoo akkasumaas biyyaa mirkaneessuf tokkummaan ummataa cimee cimee…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Nageenyaa fi misooma naannoo akkasumaas biyyaa mirkaneessuf tokkummaan ummataa cimee cimee hojjetamuu akka qabu Preezdaantii Mootummaa…
Qindeessitoota garee Paablik dippiloomaasii waliin dhimmoota waqtaawaarratti mari’tame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Dubbii Himaan Ministeera Dhimmaa Alaa fi daayreektarri jeneraalaa Paablik Dippiloomaasii Ambaasaaddar Diinaa Muftiin qindeessitoota garee…
Ityoophiyaanonni 286 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Ityoophiyaanonni 286 Sawuud Arabiyaa irraa gara biyya isaanitti deebi’an.
Sawuud Arabiyaatti rakkinarra kan turan lammiileen Ityoophiyaa 286 gara…
Aanaa Bulanii ganda Kujjiitti farreen nageenyaa 42 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) – Naannoo Beeniishaanguul Guumuuz aanaa Bulanii ganda Kujjiitti farreen nageenyaa lammiilee nagaarratti haleellaa raawwatan 42 irratti tarkaanfiin fudhatamuu…
Jilli obbo Addisuu Araggaatiin durfamu Projaktoota misoomaa Godina Baaleetti hojjetamaa jiran…
Finfinnee, Muddee 15, 2013 (FBC) - Jilli obbo Addisuu Araggaatiin durfamu Projaktoota misoomaa Godina Baaleetti hojjetamaa jiran daawwata jira.
Godina Baalee Bulchiinsa Magaalaa…