Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ambaasaaddar Mallas Alam Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Gaanfa Afriikaa waliin marii’atan
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Ambaasaaddar Mallas Alam Gamtaa Awurooppaatti Ergamaa Addaa Gaanfa Afriikaa waliin marii’atan.
Keeniyaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Mallas Alam…
Balaa abiddaa magaalaa Baahir Daaritti qaqqabeen manneen jireenyaa 22 irratti miidhaan gahe
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Balaa abiddaa magaalaa Baahir Daaritti qaqqabeen manneen jireenyaa 22 irratti miidhaan gahe.
Balaa abiddaa magaalaa Baahir Daar Ganda 03 naannoo…
Magaalaa Finfinnee keessatti guyyoota 16 darban sakkata’insa konkolaataa fi manaa mannatti…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Magaalaa Finfinnee keessatti guyyoota 16 darban sakkata’insa konkolaataa fi manaa mannatti taasifameen meeshaaleen waraana seeraan alaa too'atame.…
Ityoophiyaan Saatalaayitii 2ffaa furguggiste
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)-Ityoophiyaan Saatalaayitii ET-Smart-RSS jedhamuu furgugisuushee Inistiitiyuutiin Teeknooloojii Saayinsii Hawaa Ityoophiyaa beeksisee.
Fuula…
Gamtaan Awurooppaa deeggarsa Ityoophiyaaf laatu dhaabeera jechuun odeeffannoon tamsa’un dogooggora…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Gamtaan Awurooppaa deeggarsa Ityoophiyaaf laatu dhaabeera jechuun odeeffannoon tamsa’un dogooggora ta’uu ibsame.
Sababa tarkaanfii olaantummaa…
Obbolummaan Ityoophiyaa fi Sudaan guddinaa waloof murteessaadha –Obbo Dammaqaa
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Obbolummaan Ityoophiyaa fi Sudaan gara sadarkaa olaanaatti akka ce’uuf fedhii garii Ityoophiyaa ta’uu Itti Aanaa Muummee Ministiraa fi Ministirri…
Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti har’a ni…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) -Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa dhimmoota daangaa Ityoo-Sudaan 2ffaa Sudaan Kaartuumitti har’a ni eegala.
Mariin siyaasaa sadarkaa olaanaa…
Nootiin Birrii sobaa kuma 39 ol abbaa Birrii 200 to’otamu Poolisii beeksise
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Nootiin Birrii sobaa kuma 39 ol abbaa Birrii 200 to’otamu Poolisii beeksise.
Naannoo Amaaraattti Godina addaa saba Oromoo Aanaa Jiillee…
Waltajjiin marii hayyoota seenaa fi barreessitootaa 60 hirmaachisu qophaa’uu Ministeerri Nageenyaa…
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC) - Waltajjiin marii hayyoota seenaa fi barreessitootaa 60 hirmaachisu qophaa’uu Ministeerri Nageenyaa beeksise.
Waltajjichi qindeessummaa…
Jilli aadde Caaltuu Saaniin durfamu godina Buunnoo Beddelleetti daawwannaa taasise
Finfinnee, Muddee 13, 2013 (FBC)- Jilli itti aantuu Preezdaantii fi Qindeessituu Misooma Magaalota Oromiyaa aadde Caaltuu Saanii durfamu godina Buunnoo Beddelleetti daawwannaa taasiseera.…