Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Mootummaan pirojektoota misoomaa ariitii fi qulqullinaan ijaaruun tajaajilaaf oolchaa jiraachuun…
Finfinnee, Ebla 30, 2017(FMC) – Godina Shawaa Kibba Lixaatti Pirojektonni fayyadamummaa Ummataa mirkaneessaan 232 ol baajata Mootummaa Birrii biiliyoona 1 fi miiliyoona 100 oliin ijaaramaa…
Beekumsawwan Xabboo hawaasaa galmeessuun eegamanii akka tursiifamaniif hojjetamaa jira – Abbaa…
Finfinnee, Ebla 30,2017 (FMC)- Beekumsawwan Xabboo hawaasaa galmeessuun eegamanii akka tursiifamaniif hojjetamaa jiraachuu Abbaan Taayitaa Qabeenya Kalaqa Sammuu Itiyoophiyaa ibseera.…
Mootummaan naannoo Oromiyaa cabiinsa aadaa furuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jira jedhame
Finfinnee, Ebla 30, 2017 ( FMC)- Mootummaan Naannoo Oromiyaa cabiinsa aadaa, duudhaafi safuu baroottan darban sababoota garaagaraan irra gahan furuuf hojjechaa jiraachuu Biiroon Aadaafi…
Pireezidaanti Taayyeen Mooskoo galan
Finfinnee, Ebla 30, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Guyyaa Injifannoo Raashiyaa 80ffaarratti hirmaachuuf har’a ganama Mooskoo galaniiru.
Pirezidaanti Taayyeen…
Xaa’oo uumamaa fi kan kemiikaalaa waliin makanii fayyadamuun oomishtummaa guddisa jedhame
Finfinnee, Ebla 30,2017(FMC)- Waqtii gannaa dhufaa jirutti xaa’oo uumamaa fi kan kemiikaalaa waliin makuun fayyadamuun oomishaa fi oomishtummaa guddisuun akka barbaachisu Ministeerri…
Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf dandeessisa -Ogeeyyii…
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob hawaasaaf tajaajila si’ataa dhaabbiidhaan kennuuf kan dandeessisu ta’uu ogeeyyiin miidiyaa ibsan.
Teknooloojii…
Biyyaaf amanamuu fi hojjetanii hiyyummaa mo’achuun Gootummaa Itiyoophiyaan dhaloota irraa…
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC)- Gootummaan Itiyoophiyaan dhaloota ammaa irraa barbaaddu amanamummaan biyyaaf hojjechuu fi ciminaan hojjetanii hiyyummaa mo’achuun biyya ceesisuu akka ta’e…
Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa walitti qabe Komishinichaaf dhiyeesse
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Federeeshiniin Dubartootaa Itiyoophiyaa ajandaa galtee marii biyyaalessaaf ta’u Komishinii Maree Biyyaalessaaf dhiyeesseera.
Komishinarri Olanaa…
Mul’ata Itiyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba-Dooktar Laggasaa Tulluu
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) –Mul’ata Badhaadhina Itiyyoophiyaa milkeessuuf hundi gahee isaa bahachuu qaba jedhan Ministirri Tajaajila Kominikeeshinii Mootummaa Dooktar Laggasaa Tulluun.…
Misoomni koriidarii filatamummaa Magaalaan Finfinnee Tuurizimii Konfiransiif qabdu guddisuun ibsame
Finfinnee, Ebla 29, 2017 (FMC) - Hojiin misooma koriidarii filatamummaa magaalaan Finfinnee tuurizimii konfiransiif qabdu guddisuun ibsameera.
Lammiileen biyya Naayijeeriyaa, Afirikaa…