Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyoobeel Tsaggaayee…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyoobeel Tsaggaayeen 2ffaa bahuun xumureera.
Iyyoobeel dorgomichaan 2ffaa bahuun…
Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Eefreem Geetaachaw…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Eefreem Geetaachaw 3ffaa bahuun xumureera.
Eefreem dorgomichaan 3ffaa bahuun Birrii…
Dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot Iyyaruusaaleem…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Dorgommiin xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot baatiiwwan lamaa oliif haala dinqisiisaa ta’een gaggeeffamaa ture guyyaa har’aa…
Ayyaanonni Daamaraa, Masqalaafi Irreechaa haala gaariin akka kabajamaniif qophiin taasifameera
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Ayyaanonni Damaraa, Masqalaafi Irreechaa haala gaariin akka kabajamaniif qophiin xumuramee gara hojiitti galameera jedhan Komishinarri Jeneraalaa…
Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen qondaalota waraanaa muudan
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018(FMC)- Dhiyeessummaa Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimadiin Pirezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Fulbaana 10, 2018 irraa eegaluun qondaalota…
Faanaa Laamroot biifoota biyya keenyaa aartiin ibsaa jira- Obbo Admaasuu Daamxoo
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Faanaa Miidiyaa Korporeeshin obbo Admaasuu Daamxoon Faanaa Laamroot ogummaa aartii gaariin biifoota biyya keenyaa ibsaa jira…
Mootummaan bakkeewwan gahumsa tuurizimii misoomsuuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiiseera-…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Tuurizimii Salaamaawit Kaasaan mootummaan bakkeewwan gahumsa tuurizimii misoomsuuf kutannoo qabu qabatamaan agarsiiseera jedhan.…
Sadarkaa hubannoo namtolchee addunyaan irraa ga’e giddugaleessa godhachuun dhaloota ijaaraa jirra…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) - Ijaarsa dhalootaa Kaayyoo Dijiitaal Itiyoophiyaa fi sadarkaa hubannoo namtolchee addunyaan irra ga’e giddugaleessa godhate irratti hojjechaa jirra jedhan…
Daandiin Qilleensichaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) - Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa leenjitoota balallii damee garaagaraan leenjisaa ture kuma 1 fi 103 guyyaa har’aa eebbisiiseera.
Eebbifamtoota…