Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Haleellaan gareen ABUT raawwate gochaa gara jabinaa fi sukkaneessaa yakka idil addunyaan…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Haleellaan gareen ABUT raawwate gochaa gara jabinaa fi sukkaneessaa yakka idil addunyaan gaafachiisu ta’uu Boordiin Sakattoo Raawwii Labsii Yeroo…
Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 Maqalee gala jira jedhame
Finfinnee, Muddee 1, 2013(FBC)- Midhaan gargaarsaa yeroof oolan kuntaalli kumni 12 magaalaa Maqalee gala jiraachuu Komishiniin Hoggansa Sodaa Balaa Biyyooleessaa beeksiseera.…
Waldaan Artistoota Oromoo raayyaa ittisa biyyaaf dhiiga arjooman
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Waldaan Artistoota oromoo Raayyaa Ittisa Biyyaa olaantummaa seeraa kabachiisuuf naannoo Tigraayitti bobba'ee hojjechaa jiru ni tumsina yaada jedhuun dhiiga…
Baatii tokko keessatti hidhattoota ABO Shanee 370 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Humni Addaa Poolisii Oromiyaa duula baatii tokko keessatti geggeesseen hidhattoota ABO Shanee 370 irratti tarkaanfii fudhachuu Paartiin Badhaadhinaa Oromiyaa…
Manni murtichaa Birgaadeer Jeneraal Gabramadihin Fiqaadee dabalatee hoggantoota waraanaa 7 irratti…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Manni murtichaa Birgaadeer Jeneraal Gabramadihin Fiqaadee (Waddii Nacoo) dabalatee hoggantoota olaanoo waraanaa 7 irratti guyyaa qorannoo dabalataa 12…
Aqaaqii Qaalliittitti barattootta kuma 51 ol ta’aniif deeggarsi meeshaalee barnootaa taasifame
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Waajjirri Barnoota kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallitti damee waajjira Eejansii Nyaataa Barattoota waliin barattoota kutaa magaalicha jiraatan kuma 51 fi 100…
Paarkiin Tokkuumma agarsiisaa Diraafeessaa daawwattootaaf baanaa taasise
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Da’oon bineensoota Paarkii Tokkuumma agarsiisaa Diraafeessaa daawwattootaaf baanaa taasiseera.
Agarsiisichi har’a irraa ka’ee baanaa ta’u ibsameera.…
Ambaasaaddar Naasiseen Gorsaa Alaa fi Imaammataa Raayyaa Ittisaa Muummee Ministiraa Kaanaadaa…
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)-Kaanaadaatti ambaasaaddarri FDRI Naasisee Caalii Gorsaa Alaa fi Imaammataa Raayyaa Ittisaa Muummee Ministiraa Kaanaadaa Deeviid Moorisaan waliin…
Abbaan Alangaa qabeenya seeraan ala horataman deebisiisuuf qophii ta’uu beeksise
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC) – Abbaan Alangaa Waliigalaa qabeenya seeraan ala horatamanii biyya keessa dhokatanii fi biyyaa bahan deebisiisuuf qophii ta’uu beeksise.
Dhaabbatichi…
Aadde Adaanach Abeebee giddugala kuduraa fi muduraa naannoo Gaarmantitti ijaaramaa jiru daawwatan
Finfinnee, Muddee 1, 2013 (FBC)- Itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee giddugala kuduraa fi muduraa kutaa magaalaa Nifaas Silki Laaftoo naannoo Gaarmantitti…