Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasise
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Ministeerri Barnootaa raayyaa ittisa biyyaa duula olaantummaa seeraa kabachiisuuf bobba’aaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasisu beeksise.
Saganta…
Ambaasaaddar Dirribaa Kumaa Ministirri Deettaa Dhimma Alaa Fiinlaand waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Ambaasaaddarri guutuu Swiidinii fi biyyoota Noordiik Dirribaa kumaa Ministirri Deettaa Dhimma Alaa Fiinlaand Kaay Suweer waliin mari’ataniiru.…
Naannoo Tigiraayi deebisanii ijaaruuf sochii taasifamaa jiru keessatti Paartileen siyaasaa fi…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Naannoo Tigiraayi deebisanii ijaaruuf sochii taasifamaa jiru keessatti Paartileen siyaasaa fi Waldaaleen Siivikii gaheesaanii bahachuu akka qaban…
Hawaasni Oromoo biyya Awustiraaliyaa jiraatan injifannoo raayyaan ittisa biyyaa galmeessiseetti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Hawaasni Oromoo biyya Awustiraaliyaa jiraatan injifannoo raayyaan ittisa biyyaa galmeessiseetti gammadun Sangoota Doolaara kuma 18 bitaan karaa bakka…
Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 33 ol qaban to’atame
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)- Torbee tokko keessaatti meeshaaleen kontiroobaandii tilmaama Birrii miiliyoona 33.4 qaban to’atamuu ibsame.
Meeshaaleen kunneen Sadaasa 18 hanga 24,…
Biqiltuu haa kunuunsinu, Aramaa haa Buqqisnu-Biiroo Dhimma Dubartoota,Daa’immanii fi…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) - Biiroon Dhimma Dubartoota,Daa'immanii fi Dargaggoota Oromiyaa ibsa guyyaa har'aa miidiyaaleef kenneera.
Sagantaa sosochii dargaggoota naannoo…
Ityoophiyaan Fooramii Fayyaa Diijitaalaa Idil Addunyaa irratti hirmaachaa jirti
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) –Fooramiin Fayyaa Diijitaalaa Idil Addunyaa gaggeeffama jira.
Ityoophiyaan Fooramii Fayyaa Diijitaalaa Idil Addunyaa irratti hirmaachaa jirti.…
Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Ummattoota Ityoophiyaa 15ffaan Finfinnee Hoteela Iskaaylaayititti…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) – Saboonni, Sablammoonnii fi Ummattoonni Ityoophiyaa akka ya'a laggeeniiti; burqaawwan lafa tokkoorraa burqanii laga ta'anii humna guddaan kan ya'ani…
Komaand poostiin godina Matakkal farreen nageenyaa 23 irratti tarkaanfii fudhate
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC)-Naannoo Beenishaangul Gumuuz godina Matakkalitti farreen nageenyaa 23 irratti tafkaanfii fudhamuu komaand poostiin godinichaa beeksise.
Walitti qabaan…
Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa garagaraatiif…
Finfinnee, Sadaasa 29, 2013 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa Dammaqaa Mokonnin ambaasaaddaroota biyyoota Afrikaa garagaraatiif haala waqtaawaa naannoo Tigiraay irratti ibsa laatan.…