Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ji’oota 4n darban damee Albuudaan galiin Doolaara Ameerikaa miiliyoona 200 fi miiliyoona 69.1…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Ji'oota 4n darban damee Albuudaan galiin Doolaara Ameerikaa miiliyoona 200 fi miiliyoona 69.1 argamuusaa himame.
Ji'oota 4n darban damee…
Ispoortiin tokkummaa fi nageenyaaf furmaata – Preezdaanti Saahilawarqi
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Ispoortiin tokkummaa fi nageenyaaf furmaata ta’uu Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee himaniiru.
Waldaaleen Koreewwaan Olompikii Afrikaa yaa’ii…
Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessa xumure
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) –Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessa xumure.
Koreen hojii raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa walga’ii idileessa guyyaa…
Marii paanalii konfiraansii nageenyaa fi araara Abbotti Gadaa Godinaa Arsii Lixan magaalaa…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Marii paanalii konfiraansii nageenyaa fi araara Abbotti Gadaa Godinaa Arsii Lixan,dhaadannoo carraan magaalaa shaashamanne fuula duraa kan murtaa’u…
Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad gootota miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa dhiiraa fi dubaraa…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Muummeen Ministira Dooktar Abiy Ahimad gootota miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa dhiiraa fi dubaraa Ityoophiyaaf aarsaa kanfalanii hospitaala jiran…
Guyyaan biyyaalessaa lafoo fi biskileetotaa 3ffaan magaalota adda addaa keessatti kabajame
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) - Guyyaan biyyaalessaa lafoo fi biskileetotaa 3ffaan magaalota adda addaa keessatti kabajame.
Dhaadannoo ‘Qaammee hanga Qaammee ni geenya’ jedhuun…
Guyyaan qaama miidhamttota Addunyaa akka oromiyaattii dhaadannoo”weerara dhibee covid_19 booda…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) - Guyyaan qaama miidhamttota Addunyaa akka oromiyaattii dhaadannoo"weerara dhibee covid_19 booda Addunyaa miijattuu fi itti fufiinsa qabu" magaalaa…
Dhaabbileen BLTO guddina biyya tokkoof wiirtuu lafee dugdaati – aadde Caaltuu Saanii
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) - Itti Aantuu Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa fi Qindeessitu Kilaastara magaalaa naannoo Oromiyaa aadde Caaltuu Saanii Leenjii Leenjistoota…
Miseensoonni poolisii federaalaa fi komishinii magaalaa Finfinnee Aqaaqii Qaalliittitti oomishoota…
Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)- Miseensoonni poolisii federaalaa fi komishinii magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaalliittitti oomishoota sassaabbiif ga’an sassaabaniiru.…
Aanaa Tokkee Kuttaayeetti bunni seeraan alaa kuntaalli 96 to’annaa jala oole
Finfinnee, Sadaasa 26, 2013 (FBC)-Godina Shawaa Dhihaa aanaa Tokkee Kuttaayeetti konkolaataan buna seeraan ala fe’uun socho’aa ture to’atamu poolisiin beeksise.
Gargaraan ajaja poolisii…