Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Karoora tarsiimowaa Yuunvarsiitiwwanirratti mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Karoora tarsiimowaa Yuunvarsiitiwwanirratti magaalaa Adaamaatti mariin gaggeeffamu Ministeerri Saayinsii fi Dhaabbilee Barnootaa olaanoo ibse.
Hanga…
Biqiltuuwwan Abuukaadoo fi Muuzii ashaaraa magariisaan dhaabbatan fooyya’iinsa agarsiisa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC)- Biqiltuuwwan Abuukaadoo fi Muuzii Waggaa darbee duula Ashaaraa magariisaatin dhaabbataan fooyya’insa agarsiisaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI…
Bakka bu’oonni sabaa fi sablammiilee ummattoota Ityoophiyaa magaalaa Finfinneetti proojaktoota…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) –Bakka bu’oonni sabaa fi sablammiilee ummattoota Ityoophiyaa magaalaa Finfinneetti proojaktoota gurguddoo ijaarsa irra jiran daawwachaa jiru.
Itti…
Daldala alaa haalan hogganuuf qaama dhimmi ilaallatu waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Hojiin daldalaa alaa adeemsa isaa eeguun akka guddatuu fi hogganamuuf Preezdaantootaa naannolee fi itti gaafatamtoota damichaa waliin mariin…
Guyyaan qaama miidhamtootaa sadarkaa Oromiyaatti magaalaa Jimmaatti kabajamaa jira
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Guyyaan qaama miidhamtootaa Addunyaa akka Oromiyaatti mata duree 'weerara dhibee COVID-19 booda Addunyaa miijattuu fi itti fufiinsa qabu" magaalaa…
Mariin paanaalii nageenyaa fi araaraa magaalaa shashamanneetti gaggaaffame
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Mariin paanaalii nageenyaa fi araaraa magaalaa shashamanneetti gaggaaffamuu ibsame.
Marii paanaalii nageenyaa fi araara kana gumii dhaabbiilee…
Poolisiin federaalaa naannoo Tigiraayitti namoota yakkaan barbaadaman seeratti dhiyeessuuf hojjechaa…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Waajjirri muummee ministiraa naannoo Tigiraayitti adeemsi olaantummaa seeraa kabachiisuu gaggeeffama ture marsaa olaanaan xumuramuu ibseera.…
Hojiiwwan misoomaa, demokiraasii fi nageenyaa cimee akka itti fufu Koreen Hojii Raawwachiiftuu…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Hojiiwwan misoomaa, demokiraasii fi nageenyaa cimee akka itti fufu Koreen Hojii Raawwachiiftuu Paartii Badhaadhinaa kallattii kaa’eera.
Koreen Hojii…
Magaalaa Finfinneetti barnoonni kutaa 5ffaa hanga 8ffaa manneen barnootaa mootummaa keessatti…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2013 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti adeemsi baruu fi barsiisuu barnoota idilee bara 2013 kutaa 5ffaa hanga manneen barnootaa mootummaa keessatti egalame.…
Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Rifaraalaa Yuunivarsiitii Gondar…
Finfinnee, Sadaasa 27, 2013 (FBC) – Jilli Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Hoospitaala Rifaraalaa Yuunivarsiitii Gondar daawwateera.
Daawwanicharratti Ministiri…