Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Xaa’oon meetirik tooniin kumni 800 fi kumni 36 ol gara biyyaatti geejjibsiifame
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Xaa’oo meetirik tooniin kumni 800 fi kumni 36 ol gara biyyaatti geejjibsiifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistiksii beeksise.
Hanga guyyaa…
Gurmaa’insa caasaa gandaan hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jira- Obbo…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Gurmaa'insa caasaa gandaa mootummaan hojiirra oolcheen hawaasni tajaajila saffisaa fi haqa qabeessa argachaa jiraachuu Itti gaafatamaan Waajjira Paartii…
Oromiyaatti yeroo ammaa lafti jallisiin misoomaa jiru heektaara miiliyoona 4 ol irra gaheera- BKO
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Naannoo Oromiyaatti yeroo ammaa lafti jallisiin misoomaa jiru heektaara miiliyoona 4 ol irra gahuu Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa beeksise.…
Itiyoophiyaafi Aljeeriyaan dameewwan daldalaafi inarjiin muuxannoo waljijjiiruuf waliigalan
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Dooktar Kaasaahun Goofeen Ministira Ministeera Inarjii, Albuudaafi Humna Haaromfamaa…
Hojiilee nageenyaafi misooma mirkaneessuu keessatti hirmaannaan dargaggootaa cimee itti fufuu qaba…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Hojiilee nageenyaafi misooma mirkaneessuu keessatti hirmaannaan dargaggootaa cimee itti fufuu akka qabu ibsame.
Miseensonni Damee Dargaggootaa…
Sababa rakkoo nageenyaan barattoonni miliyoona 7.2 ol barnootatti hindeebine- Pirofeesar Birhaanuu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2917(FMC) – Rakkoo nageenyaa bakkeewwan tokko tokkotti uumameen walqabatee barattoonni miliyoonni 7.2 gara barnootaatti osoo hindeebi'in hafuu Ministirri Ministeera…
Maayicawutti balaa ibiddaa warshaa Boordii Paartikilitti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Balaa ibiddaa naannoo Tigraay magaalaa Maayicawu warshaa Boordii Paartikilitti qaqqabeen lubbuun namoota 3 darbe.
Balaa ibiddaa ganama har’aa…
Leenjiin sirna bu’a qabeessummaa Miidiyaa fi Kominikeeshiniirratti xiyyeeffate magaalaa Walqixxeetti…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) –Leenjiin sirna bu’a qabeessummaa miidiyaa fi kominikeeshinii diriirsuun waliin gahiinsa odeeffannoorratti hubannoo waloo uumuuf deeggaru Naannoo…
Giddu Galli Aadaa Oromoo Amaataroota leenjisaa ture eebbisise
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017 (FMC) – Giddu Galli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan leenjisaa ture eebbisisuun ibsame.
Giddugalichi yeroo garaagaraatti dhaloota…
Daandiin Baaburaa Itiyoo- Jibuutii rakkoo adda cituu geejjibaa mudate furuuf hojjechaa jiraachuu…
Finfinnee, Bitootessa 15, 2017(FMC)- Daandiin Baaburaa Itiyoo- Jibuutii sababa humni elektirikaa adda citeen rakkoo adda cituu geejjibaa baaburaa mudate furuuf hojjechaa jiraachuu ibseera.…