Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Miseensonni IS ergama Shororkeessummaaf qophaa’an 82 to’ataman
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) - Miseensonni IS ergama Shororkeessummaaf qophaa'an 82 to'ataman jedhe Tajaajilli Odeeffannoo fi nageenya biyyaalessaa.
IS Puuntilaandi keessa socho'u…
Sagantaan Ashaaraa magariisaa birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf mala tokko – Awwal Aarbaa
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Sagantaan Ashaaraa magariisaa madaala uumamaa eeguun birmadummaa nyaataa mirkaneessuuf mala tokko jedhan Pireezidaantiin Naannoo Afaar obbo Awwal…
Qaamoolee nageenya naaannoo Oromiyaa jeeqanirratti tarkaanfiin ni fudhatama – BBNO
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Mootummaan qaamoolee nageenya naaannoo Oromiyaa jeeqanirratti tarkaanfii ni fudhata jedhe Biiroon Bulchinsaa fi Nageenyaa Oromiyaa.
Mootummaan…
Manni Maree Ministirootaa Karoora biyyaalessaa bara 2018 gamaaggamuu itti fufeera
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC)- Manni Maree Ministirootaa Karoora biyyaalessaa bara 2018 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gamaaggamuu guyyaa 2ffaaf itti…
Naannichaatti hojmaata badaa fi malaammaltummaa ittisuuf gaafatamummaan cimee itti fufa – obbo…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Naannoo Sidaamaatti hojmaata badaa fi malaammaltummaa ittisuuf gaafatamummaan cimee itti fufa jedhan Pireezidaantiin naannichaa obbo Dastaa Leeddaamoon.…
Koorporeeshinichi biqiltuuwwan miiliyoona 1.3 dhaabuufi
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Koorporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii sagantaa ashaaraa magariisaa bara kanaan biqiltuuwwan miiliyoona 1.3 dhaabuuf…
Itiyoophiyaan diinagdee jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamatu ijaaruuf hojiilee qabatamaa…
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan jijjiirama qabeenya qilleensaa dandamachuuf imaammataan deeggaramtee hojiilee hojjette ilaalchisee muuxannoo qabdu qooddetti.
Rakkoo…
Hanga ammaatti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 ol raabsame
Finfinnee, Adoolessa 8, 2017 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti bara oomishaa 2017/18’f xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 5 ol karaa yuuniyeenootaa fi Waldaalee bu’uuraan qonnaan bultootaaf raabsame…
Barri 2018 bara qulqullina yaadaa, karooraafi irree gamtoome barbaadudha- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad barri 2018 bara qulqullina yaadaa, karooraafi irree gamtoome barbaadudha jedhan.
Raawwii bara kanaan bu’aa…
Aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu qaba- Dooktar Abdulhaakim Muluu
Finfinnee, Adoolessa 7, 2017 (FMC) – Sirna daldalaa Itiyoophiyaa saffisiisuuf aadaan oomishaalee biyya keessaa fayyadamuu cimuu akka qabu Deetaan Ministira Ministeera Daldalaafi Walitti…