Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Jilli Ityoophiyaa hawaasa Ityoophiyaa Niwuyoorkii fi…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanitti Jilli Ityoophiyaa hawaasa Ityoophiyaa Niwuyoorkii fi naannichaatti argamaniif ibsa taasise.
Dhaabbata…
Ambaasaaddar Mariwaan Badriin gita isaanii Sudaanii fi Poolaand waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Gibtsitti itti aanaa itti gaafatamaan Ambaasaaddara Ityoophiyaa Ambaasaaddar Mariwaan Badriin gita isaanii Sudaanii fi Poolaandi waliin dhimma haala…
Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan magaalaa Adaamaatti kabajameera
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Guyyaan sabaa fi Sablammootaa 15ffaan bulchiinsa magaalaa Adaamaatti kabajameera.
Guyyaan Saboota, Sablammootaa fi Uummattoota Ityoophiyaa 15ffaan mata…
Mariin filannoo 2013 irratti xiyyeeffate bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Mariin filannoo 2013 irratti xiyyeeffate bakka Muummeen Ministiraa Dooktar Abiy Ahimad argamanitti paartileen siyaasaa waliin mari’atamaa jira.…
Dooktar Hiruut Kaasan hooggantuu cimtuu Tuurizimii Afrikaa bara 2019 ta’uun filataman
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuurizimii Dooktar Hiruut Kaasaan hoggantuu cimtuu Tuurizimii Afrikaa bara Faranjootaa 2019 ta’uun filtaman.
Dhaabbannii…
Ambaasaaddarootaa fi dippiloomaatoota biyyoota ollaa Ameerikaa Waashingitan DCtti argamaniif ibsi…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Duula olaantummaa seeraa kabachiisuu naannoo Tigraayitti gaggeeffamaa jiru ilaalchisee Ambaasaaddarootaa fi Dippiloomaatoota biyyoota ollaa Ameerikaa…
Raashiyaatti fooramiin biizinasii Ityoophiyaa ilaalchisuun gaggeeffame
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) – Raashiyaatti fooramiin biizinasii Ityoophiyaa ilaalchisuun gaggeeffameera.
Fooramicha Raashiyaatti imbaasii Ityoophiyaatu qopheesse.…
Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 480 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 3 lubbuu…
Finfinnee, Sadaasa 23, 2013 (FBC) –Gabaasa qorannaa sa’aa 24 darbeetin namoota 480 irratti vaayrasiin koroonaa yoo argamu, 3 lubbuu isaanii dhabaniiru.
Sa’aa 24 darbeetin qorannaan…
Aadde Keeriyaa Ibraahiim harka laatan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Af yaa'iin Mana Maree Federeeshinii duraanii aadde Keeriyaa Ibraahiim mootummaatti harka laatan.
Aadde Keeriyaan sadarkaa hoggansa olaanaa ABUT…
Obbo Dammaqaan haala waqtaawaa biyyaarratti gita isaanii Noorweeyii fi Ostiriyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Sadaasa 22, 2013 (FBC)- Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makkoonniin haala waqtaawaa biyyarratti Ministira Dhimma Alaa Noorweey…