Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Awwaalchaa Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu raawwatama
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) –Sirni Awwaalchaa gameessa Siyaasaa fi ogeessa Diinagdee Obbo Bulchaa Dammaqsaa Dilbata dhufu kan raawwatamu ta'uu ibsameera.
Dilbata ganama sa'aatii 3:00…
Haala nageenyaa to’achuuf dirooniiwwan akka bobbaafaman eerame
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Humni Waloo Nageenyaa, haala nageenyaa Magaalaa Finfinnee fi Naannawaa ishee gamaaggamuun kallattii fuulduree kaa’uun ibsameera.
Waltajjicharratti…
Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa eegale
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Gabaan Qabeenya Sanadaa Itiyoophiyaa har’a eegaleera.
Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad dabalatee hoggantoonni Olaanoon mootummaa biroon…
Itiyoophiyaan Godaantota miiliyoona 1.1 ol keessummeessaa jirti-Tajaajilicha
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaan godaantota miiliyoona 1.1 ol keessummeessuun tajaajiloota bu’uuraa kennaa jiraachuu Tajaajilli Godantootaa fi Godaansaa Deebitootaa…
Dooktar Geediyoon Ximootwoon Ambaasaddaroota biyyoota Noordik waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootiwoos Itiyoophiyaatti Ambaasaaddaroota Biyyoota Noordik (Noorwey, Siwiidiinii fi Fiinlaandi)…
Pireezidaanti Taayyee Atsiqasillaaseen Kaampaalaa galan
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Pireezidaantiiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Yaa’ii Addaa Gamtaa Afrikaarratti hirmaachuuf Ugaandaa Kaampaalaa galaniiru.
Pireezidaamti Taayyeen…
Waltajjiin marii Biiroolee Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee…
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Waltajjiin marii Faayinaansii, Galiiwwanii, Pilaanii fi misoomaa Federaalaa fi naannolee 29ffaan magaalaa Jimmaatti taa’amuu eegaleera.
Waltajjichi…
Buufanni ammayyaa guyyaan dhangala’aa Liitira miiliyoona 30 qulqulleessuu danda’u eebbifame
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC) – Kaantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Boolee Arraabsaatti Buufata qulqulleessa dhangala’aa guyyaan Bishaan Liitira miiliyoona 30…
Itiyoophiyaa Addunyaatti beeksisuuf maqaa gaarii ijaaruun barbaachisaa ta’uun ibsame
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)- Itiyoophiyaa sirriti beekuu fi Addunyaa biraaf beeksisuuf maqaa gaarii biyyaattii ijaaruun barbaachisaa ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa…
Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti mootummaa…
Finfinnee, Amajjii 2, 2017 (FMC)-Cabiinsa damee barnootaatiin jiru waldhaanuu keessatti gaheen dhaabbilee miti-mootummaa olaanaa ta'uu Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Shimallis…