Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo ce’umsa Diingadee diijitaalaa Itiyoophiyaaf tarkaanfii…
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Masoob Tajaajilli Giddugala tokkoo ce'umsa Diingadee diijitaalaa Itiyoophiyaaf tarkaanfii guddaa ta'uu Ministiroonni ibsan.
Ministirri Ministeera Fayyaa…
Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa cimsuuf murannoo cimaa qaba – TKM
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Mootummaan dhaabbilee biyyaalessaa cimsuuf murannoo cimaa qabaachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Kana dura rakkoolee qaamoleen tokko…
Masoob Tajaajilli Giddugala Tokkoo riifoormii kenniinsa tajaajilaaf boqonnaa murteessaadha- Obbo…
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Masoob Tajaajilli Giddugala Tokkoo kenniinsa tajaajilaa fi bulchiinsa riifoormii mootummaaf boqonnaa murteessaadha jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo…
Kenniinsi tajaajilaa haqaa naannoo Oromiyaa akka muuxannoo gaariitti kan fudhatamu- Obbo Taaggasee…
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Kenniinsiifi waliingahiinsi tajaajilaa haqaa naannoo Oromiyaa akka muuxannoo gaariitti kan fudhatamu ta’uu Af-yaa’iin Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataa Obbo…
Qajeelfamni lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu dandeessisu ragga’e
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Qajeelfamni lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiiruu dandeessisu ragga’uun ibsameera.
Qajeelfamichi qajeelfama murtiifi kenniinsa tajaajila gosootaafi…
Damee Geejjibaa guddisuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaadha – Dooktar Alamuu Simee
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Guddina diinagdeef murteessaa kan ta’e damee Geejjibaa fi Loojistiksii guddisuuf tumsaan hojjechuun barbaachisaa ta’uu Ministirri Ministeera Geejjibaa fi…
Motummaan Qulqullina barnootaaf xiyyeeffannoo kennee hojjechaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) –Mootummaan Qulqullina Barnootaaf xiyyeeffannoo olaanaa kennee hojjechaa Jiraachuu Biiroo Barnootaa Oromiyaa ibse.
Baajata Mootummaa Federaalaan kan…
Sosochii “Barnoota Dhalootaaf”n manneen barnootaa kumni 7 ol ijaaraman
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Sosochii "Barnoota Dhalootaaf" jedhuun manneen barnootaa kumni 7 fi 900 ijaaramuu Ministeerri Barnootaa beeksise.
Sadarkaa biyyaalessaatti manneen…
Oromiyaatti hanga ammaatti lafa hektaara miiliyoona 2 irraa oomishni qamadii jallisii Bonee walitti…
Finfinnee, Ebla 24, 2017 (FMC) – Oromiyaatti Qamadii Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 3.2 irratti misoome keessaa hanga ammaatti hektaara miiliyoona 2 irraa oomishni walitti qabamuu…
Qabeenya qabnurratti yoo hojjenne biyyoota guddatan sana ni callaa –Obbo Araarsoo Biqilaa
Finfinnee, Ebla 23, 2017 (FMC) – Itiyoophiyaan qabeenya qabdurratti osoo sirnaan hojjettee biyyoota guddatan sana ni caalti jedhan Hogganaan Biiroo Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa Oromiyaa…