Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Komishinichi hoggantootaa fi miseensoota Dhaabbata Ummata Amaaraa Faannoo waliin mari’ataa jira
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Komishiniin Maree Biyyaalessaa hoggantootaa fi miseensoota Dhaabbata Ummata Amaaraa Faannoo hidhannoon socho’aa turan amma waamicha nageenyaa fudhachuun…
Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaaf qophii gahaan taasifame – MDhA
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Yaa’ii Hoggantoota Gamtaa Afrikaa 39ffaaf qophii gahaan taasifame jedha Ministeerri Dhimma Alaa.
Yaa’icha keessummeessuuf qophiin qabiyyee fi…
Pireezidaanti Shimallis Abdiisaan Godina Gujiitti ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Shaakkisoo eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 28, 2018 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Godina Gujiitti ijaarsa Buufata Xiyyaaraa Shaakkisoo eegalchiisan.
Sagantaa kana…
Du’aan boqochuu Proofeesar Asmaroom Laggasaan gaddi isaanitti dhagahamuu obbo Shimallis…
Finfinnee, Amajjii 27 , 2018 (FMC) – Du'aan boqochuu Proofeesar Asmaroom Laggasaan gaddi isaanitti dhagahamuu Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan ibsan.…
Kantibaa Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mana jireenya barsiisootaa eegalchiisan
Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Adaanech Abeebeen ijaarsa gamoo mana jireenya barsiisootaa eegalchiisaniiru.
Ijaarsa Gamoo mana jireenya Barsiisootaa…
Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa jijjiire
Finfinnee, Amajjii 27, 2018 (FMC) – Poolisiin Federaalaa lakkoofsa gabatee konkolaattotaa isaa jijjiire.
Hogganaan Qajeelcha Olaanaa Loojistiksii Poolisii Federaalaa Komishinarri…
Tumsi haaraan michummaa Itiyoophiyaan Baankii Addunyaa waliin qabdu caalmaatti bu’aa qabaachisa…
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC) - Ministirri Maallaqaa Ahimad Shidee hammattoon tumsa Baankii Addunyaa haaraan michummaa Itiyoophiyaan baankicha waliin qabdu caalmaatti bu’aa qabaachisa…
Itiyoophiyaan michummaa walqixaan misoomuu fi walitti hidhamuuf qophooftuu dha – Pirezidaanti…
Finfinnee, Amajiii 26, 2018 (FMC) - Pirezidaanti Taayyee Atsqasillaaseen Itiyoophiyaan michooma walqixa ta'een addunyaan walitti hidhamuu fi misoomuuf qophooftuu dha jedhan.
Waggaa…
Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaan adda bahanii jiraachuu hin danda’an- Dooktar Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaafi Galaanni Diimaan adda bahanii jiraachuu hin danda’an jedhan Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.
Ministirri Muummee Dooktar Abiy…
Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii…
Finfinnee, Amajjii 26, 2018 (FMC)– Itiyoophiyaatti rakkoo nageenyaaf sababni garaagarummaa yaadaa humnaan furuuf tattaaffii taasifamudha jedhan Minstirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…