Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Leencoota Samii…
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018 (FMC )- Birmadummaa biyyaa haala amansiisaan kabachiisuuf dhimmoota dandeessisan keessa Humna Qilleensaa Meesha ammayyaa hidhate ykn yeroo wajjiin deemu…
Oromiyaatti bara Kanaa hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 1 ol dhaabbate
Finfinnee, Adoolessa 15, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti sagantaa ashaaraa magariisaa bara Kanaan hanga ammaatti biqiltuun biiliyoonni 1 fi miiliyoonni 500 ol dhaabbateera.
Sagantaan…
Birmadummaa dandeettii ofiin mirkaneessuurra darbee imala teeknooloojii nageenyaa gara biyyoota…
Itiyoophiyaan teeknooloojiiwwan nageenyaafi tasgabbiin ofiisheerra darbitee fedhii biyyoota ollaa guutuuf hojjechaa jirti.
Itiyoophiyaan teekinooloojiiwwan kanneen biyya keessatti…
Tajaajila tola ooltummaa utubaa duudhaalee waloofi misooma ammayyaa…
Tajaajilli tola ooltummaa jiruufi jireenya namootaa jijjiiruurra darbee eenyummaa keenya kan bocu daandii jireenyaa dinqisiisaadha.
Kaffaltii tokko malee onnee guutuun namoota biroo…
Imalli Alii Ahimad cimina hojii, dandeettii gabbisuufi of-kennuun kan ijaaramedha – Pir. Shimallis…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan taphataan Garee Kubbaa Miilaa Kaanaadaa Alii Ahimad waliin mari’anneera jedhan.…
Mareen biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu gahee keenya ni baana –Yaadasaa Nagaasaa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Mareen biyyaalessaa milkaa’inaan akka xumuramu gahee keenya ni baana jedhan daandii nagaa filachuun Yaa’ii Maree Biyyaalessaarratti hirmaataa kan jiran…
Yuunivarsiitiin Finfinnee Badhaasa barnoota olaanaa Afrikaa jijjiiramaaf jedhamu inijafate
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) - Yuunivarsiitiin Finfinnee, badhaasa marsaa jalqabaa barnoota olaanaa Afrikaa jijjiiramaaf jedhamu kan Dhaabbata Faawundeeshinii Maasterkaardii irraa…
Marii biyyaalessaa hirmaannaa ho’aa lammiileen gaggeeffamaa jiru…
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Yaa’ii Mariin biyyaalessaa Itiyoophiyaa har’as hirmaannaa ho’aa lammiileen itti fufee oleera.
Komishiniin Maree Biyyaalessa Itiyoophiyaa ergaa guyyaa…
Hojiin guutinsa konkiriitii boqonnaa jalqabaa pirojektii madda Anniisaa Kooyishaa xumurame
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Hojiin guutinsa konkiriitii boqonnaa jalqabaa pirojektii madda Anniisaa Kooyishaa milkaa'inaan xumurameera.
Pirojektiin kun damee misooma Anniisaa…
Odeeffannoowwan ijoo maree biyyaalessaa guyyaa har’aa
Finfinnee, Adoolessa 14, 2018 (FMC) – Mari’attoonni kaleessa garee gareedhaan qoodamanii marii jalqaban, har'as garee isaaniin marii itti fufaniiru.
Mari’attoonni shantama shantamaan…