Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bishaan lamaan faayidaa biyyaalessaa Itiyoophiyaaf…
Itiyoophiyaan Wiirtuu Quubsuma siyaasaa naannichaa ta’uun laga Abbayyaa fi Galaana Diimaa wajjin walitti hidhata cimaa qaba.
Qaamoleen bishaanii gurguddoon lamaan kunneen guddina…
Qilleensa Jijjiiramaa fi Imala Bilisummaa Ummata Tigraay
Ummanni Naannoo Tigraay, "Meeshaa siyaasaa garee seeraan alaa ABUT (TPLF) taanee hin hafnu" jechuun sagalee isaa dhageessisaa jira.
Ummanni kun uummata sabboonaa seenaa dheeraa fi aadaa…
Madoo seenaarraa gara waloon biyya ijaaruutti…
Itiyoophiyaan waldhabdee mariin hiikuu aadaa cimaa fi bu'uura qaroomina durii kan qabdu taatus, ajandaa diinootaan waldhabdee uumamu hiikuuf boqonnaa seenaa murteessarratti argamti.…
Artistii buleettiin Almaaz Tafarraan addunyaa kanarraa du’aan boqotte
Finfinnee, Adoolessa 17, 2018 (FMC) – Artistii beekamtuufi jaalatamtuun Almaaz Tafarraan addunyaa kanarraa du'aan boqotteetti.
Almaaz dhalattee kan guddatte Godina Boranaa magaalaa…
Naannoo Oromiyaatti hojiiwwan nageenya cimsuu jabaatanii itti fufu – Obbo Awwaluu Abdii
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Oromiyaatti nageenya cimsuun misooma waaraa mirkaneessuuf murannoon hojjetamaa jira jedhan Pirezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Mallattoo tokkummaa fi guddina dippiloomaasii…
Hidhi Haaromsaa Guddichi Itiyoophiyaa Aadaa Hirmaannaa Uummataa haaraa kan uume, humna, beekumsaa fi maallaqa uummata Itiyoophiyaatiin kan ijaarame ta'uu isaatiin mallattoo tokkummaati.…
Sagantaan Ashaaraa Magariisaa hojii dhalootaa irraa dhalootatti darbuudha
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) — Dhiibbaa uumamaa jijjiirama haala qilleensaa irraa kan ka’an dandamachuuf, haguuggii bosonaa guddisuuf, akkasumas wabii midhaan nyaataa mirkaneessuuf…
Yaa’iin marii biyyyaalesaa dhimma Itiyoophiyaanota hundaati- Piroofeesar Masfin Ar’aayaa
Finfinnee, Adooleessa 16, 2018 (FMC) – Yaa’iin marii biyyyaalesaa dhimma Itiyoophiyaanota hundaa waan ta’eef hunda bira akka gahuuf miidiyaaleen gahee isaanii bahachuu qabu jedhan…
Lakkoofsi maamiltoota Itiyoo Teeleekoom miiliyoona 90.1 gahe
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Hojii Raawwachiiftuu Olaantuun Itiyoo Telekoom, Firehiyiwat Taammiruun, raawwii hojii dhaabbatichaa bara 2018 irratti har'a ibsa kennaniiru.…
Haati marii biyyaalessarratti hirmaachaa jirtu ilma dhiiraa dahuun maqaa isaa ‘Komishinii’ jettee…
Finfinnee, Adoolessa 16, 2018 (FMC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuz bakka bu’uun marii biyyaalessarratti hirmaachaa kan jirtu aadde Hadaa Almaahiddiin ilma dhiiraa dahuun maqaa isaa…