Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ministeerichii fi dhaabbileen waamamtootaa Maqedooniyaatti Maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Ministeerri Fayyaa fi dhaabbileen waamamtootaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun lammiilee Waldaa Tola Ooltota Maqedooniyaatti argamaniif Maaddii qoodaniiru.…
Gabaan kaappitaalaa dameen dhuunfaa akka cimuu fi ijaarsa diinagdee hinraafamneef gumaacha olaanaa…
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Gabaan kaappitaalaa dameen dhuunfaa akka cimuu fi ijaarsa diinagdee hinraafamneef gumaacha olaanaa akka qabu Abbaan Taayitaa Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa…
Bulchiinsi Magaalichaa Hojjettoota Misooma Kooriidariif Maaddii qoode
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen Ayyaana Qillee sababeeffachuun hojjettoota misooma kooriidarii kuma 2 oliif maaddii…
Sadarkaa Biyyaalessaatti Ayyaanni Qillee kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Ayyaanni Dhalachuu Yesuus Kiristoos (Qillee) Hordoftoota Amantii Kiristaanaa biratti sirnoota garaagaraatiin sadarkaa biyyaalessaatti kabajamaa jira.…
Itiyoophiyaa bakka ga’umsa tuuristootaa filatamtuu taasisuuf hojjetamaa akka jiru akeekame
Finfinnee, Mudde 29, 2017 (FMC)-Itiyoophiyaa Afrikaa keessaa bakka ga’umsaa tuuristootaa filatamtuu taasisuuf bakkeewwan hawwata tuuriizimii jiran sadarkaa Idil Addunyaa akka guutan…
Laallibalaan naannawaa addaa agarsiiftuu ogummaa, mul’ataa fi cimina Itiyoophiyaanootaati…
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Laallibalaan naannawaa addaa, agarsiiftuu ogummaa, mul'ataa fi cimina Itiyoophiyaanootaa ta'uu Ministirri Ministeera Tuurizimii Salamaawiit Kaasaan ibsan.…
Jala bultiin Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos faarfannaa fi galateeffannaan kabajamaa jira
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Jala bultiin Ayyaana Dhalachuu Iyyesuus Kiristoos faarfannaa fi galateeffannaan Mana Amantaa Kiristaanaa Kaateediraalii Madihaani'alemii Booleetti kabajamaa…
Pireezidaantoonni naannolee garaagaraa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantoonni naannoolee Amaaraa, Somaalee fi Bulchiinsa yeroo naannoo Tigraay ergaa baga geessanii dabarsan
Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Amaaraa…
Embaasiwwanii fi Dhaabbileen idil addunyaa ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Embaasiwwanii fi Dhaabbileen idil addunyaa teessoo isaanii Magaalaa Finfinnee taasisan ayyaana Dhaloota Iyyesuus Kiristoos sababeeffachuun ergaa baga…
Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana Qillee ilaalchisee ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimd Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Erga isaaniin baga Ayyaana Dhalachuu…